Mesfin Kebede Pages

  • Home
  • Mesfin Kebede Pages

Mesfin Kebede Pages Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Mesfin Kebede Pages, Digital creator, .

Dilbaata Gaarii      Melkam ihudi kenHappy Sunday
20/07/2025

Dilbaata Gaarii
Melkam ihudi ken
Happy Sunday

  Dr Abdi BekeleWel Come To Haro Wolabu  Agricultural Office
28/08/2024

Dr Abdi Bekele
Wel Come To Haro Wolabu Agricultural Office

Ashaaraan Keenya Har'aa Wabii Dhaloota Egereeti!Hagayyaa, 17/2016 Godina Gujii Aanaa Haroo Wolaabuutti gandoota Aanichaa...
23/08/2024

Ashaaraan Keenya Har'aa Wabii Dhaloota Egereeti!

Hagayyaa, 17/2016 Godina Gujii Aanaa Haroo Wolaabuutti gandoota Aanichaa hunda keessatti bifa walfakkaatuun "Ashaaraan keenya har'aa Wabii Dhaloota Egereeti"! Kan jedhu dhaabamee jira.

Akka Aanaa keenyatti hojii ashaaraa magariisaaf xiyyeeffannoo kennamee hojjetamaa jiruun, Sadarkaa Gandaa fi magaalaa hunda keessatti biqiltuuwwan gosa garaa garaa miliyoona 2 ol lafa hektaara 475 irratti hawaasa bal'aa hirmaachisuun dhaabamuusaa I/G Waajjira Qonnaa Aanichaa Obbo Baqqalaa Jiloo himanii jiru.

  biqilootaatif ittin fayyadamuuman qorichaa murtessoodha.Too'annaafi Hordoffiin Kunuunsaa Oomishaalee misoomaa Qonnaa c...
07/07/2024

biqilootaatif ittin fayyadamuuman qorichaa murtessoodha.
Too'annaafi Hordoffiin Kunuunsaa Oomishaalee misoomaa Qonnaa cimee ittin fufe jira

Giddu Gala Verm Compost Aanaa Haroo Wolaabuu. Hojiin fayyadamummaa Uummataa keena mirkaneessuu karaa hundaan cimee itti ...
03/07/2024

Giddu Gala Verm Compost Aanaa Haroo Wolaabuu. Hojiin fayyadamummaa Uummataa keena mirkaneessuu karaa hundaan cimee itti fufeera.

Address


Telephone

+251915244775

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mesfin Kebede Pages posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

  • Address
  • Telephone
  • Alerts
  • Claim ownership or report listing
  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share