Abdi Feyisa Jarso

Abdi Feyisa Jarso Jecha Gowwaaf biyyaa ormaa obsaan dabarsu!

  jechuun nama; nama jechuun biyya!  Gujii; Bariisoo Dukkallee
19/12/2025

jechuun nama; nama jechuun biyya!
Gujii; Bariisoo Dukkallee

Baga irraan antee bro kan hafes kana caalaa si haa milkeessuu qaxalee namaa🥰
15/12/2025

Baga irraan antee bro kan hafes kana caalaa si haa milkeessuu qaxalee namaa🥰

24/11/2025

Yoo bilbilli kee yeroo rakkattu irratti hin bilbilamne ta'e, yeroo injifattu hin kaasiin.

21/11/2025

"Gowwuma Ko Miti Kan isaa ta'uun koo Jaalalli isaa bite Mo'ee Lubbuu koo.." Jesus ❤️

16/11/2025

"Hunda dhabee Namni
Si duwwa Qabaatu Yeroo
Hunda Gammada Rakkoo Isaa
Hin Yaadatuu..."
Yesuus Hirkoo Koo❤️🙏🙏

Worra keenna Oolii badhaadhaa? Durra Gujii Ardaa Qaalluu Haloo Mokkonaa!.👉 Suuraa waggaa 7 dura kaafame❤️
14/11/2025

Worra keenna Oolii badhaadhaa? Durra Gujii Ardaa Qaalluu Haloo Mokkonaa!.
👉 Suuraa waggaa 7 dura kaafame❤️

06/11/2025

Kan akka waaqayyoo hin jiru, kan seenaa namaa jijjiru.

"Buna qalaa" bibiifanne ganama kana.Guddaa waaqa.
02/11/2025

"Buna qalaa" bibiifanne ganama kana.

Guddaa waaqa.

27/10/2025

Halkaan hin bariineef guyyaan hin darbiinne hin jiruu 👌🙏 Guyyaa gaarii.

Address

Hagere Mariam

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abdi Feyisa Jarso posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share