WALIF MEDIA

WALIF MEDIA Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from WALIF MEDIA, Media/News Company, Hagere Mariam.

Itoophiyaa Gara biyya Fakkeenya Taateetti. Caamsaa 1,2018. Filannoo Marsaa 7ffaa bara kana akka biyyaatti gaggeeffamu sa...
09/05/2026

Itoophiyaa Gara biyya Fakkeenya Taateetti.

Caamsaa 1,2018.

Filannoo Marsaa 7ffaa bara kana akka biyyaatti gaggeeffamu sababeeffachuun sosochii sagantaa duula na filadhaa paartii badhaadhimaa Godina Gujii Lixaa Magaalaa Bulee Horaatti gaggeeffamu irratti Deeggartoonni Paartichaa Aanaa Hamballaa yeroo hirmaatan🙏

Galgalo Ware Ejersa is a  respected leader in the West Guji Zone, specifically serving as the Administrator (Manager) of...
02/05/2026

Galgalo Ware Ejersa is a respected leader in the West Guji Zone, specifically serving as the Administrator (Manager) of Hambela Wamana Woreda.
he is often described exactly a "strength leader" who focuses on practical results rather than just sitting in an office.
Galgalo ware ejersa
👉 Focus on Infrastructure (Roads and Connectivity)
Hambela Wamana is world-famous for its high-quality coffee. Galgalo Ware has been recognized for prioritizing road projects that connect coffee-growing kebeles to the main markets. By improving roads, he helps farmers get better prices for their products and ensures that the "Hambela" brand reaches the global market more efficiently.

👉Commitment to Social Services (Schools and Health)
He is known for being a "hands-on" manager when it comes to building schools and first hospital. He often visits project sites personally to ensure that the work is being done correctly and that the community is actually benefiting.

👉Peace and Security Work
The West Guji Zone has faced various security challenges in recent years. Galgalo Ware is often praised for his role in community mediation and peace-building. He works closely with elders and the youth to maintain stability, which is the foundation for any development project.
👉Direct Community Engagement
Unlike leaders who stay distant, he is known for going down to the "Ganda" (village) level to listen to the people's concerns. Whether it is a water project or an agricultural issue, he is seen as a leader who takes the people's problems as his own.
I'm proud of you dear ware

Itiyoophiyaa Gara Biyya Fakkeenyummaatti! Guraandhala 19,2018.Godina Gujii Lixaa Aanaa Hamballaa Waamannaatti Ifoomsi Ma...
01/03/2026

Itiyoophiyaa Gara Biyya Fakkeenyummaatti!

Guraandhala 19,2018.

Godina Gujii Lixaa Aanaa Hamballaa Waamannaatti Ifoomsi Mallattoo Filannoo 7ffaa Paartii Badhaadhinaa taasifameera.

Biyyi keenya Itoophiyaan imala seenaa taasisaa har'a geesse keessatti weerara humnoota alaa adda addaan irratti banamaa ture hunda irree gamtoomeen fashaleessuun fakkeenya bilisummaa Afrikaa ta'uun birmadummaa ishee wareegama ilmaan isheen kabachiistee dhalootaa dhalootatti dabarsaa jirti.

Har'a imaanaa dhaloota kaleessaa galmaan ga'uuf birmadummaa ishee tifkachaa ifaajee ilmaan isheen hiyyummaa seenaa taasisuun Itoophiyaa gara biyya fakkeenya taatetti ceesisuuf karoora imala badhaadhinaa akka biyyaatti qabame milkeessuu irratti argamti.

Bu'uuruma kanaan Paartiin Badhaadhinaa filannoo biyyaalessaa marsaa 7ffaa geggeeffamu irratt mallattoo injifannoofi milkaa'ina Biyya keenyaa kan ta'e Laddee Qamadii mallattoo filannoo isaa taasisuun kan dhiyeesse yoo ta'u, guyyaa har'aa Aanaa Hamballaa Waamannaattis Paartichi Maanifeestoofi mallattoo filannoo isaa ifoomsee jira.

Laddeen Qamadii ibsituu Ida'amuu, tokkummaa, oomishtummaa, fakkeenyummaa, guddummaafi birmadummaa biyya keenyaati kan jedhan I/G Waajjira Paartii Badhaadhinaa Aanaa Hamballaa Waamannaa Obboo Qajeelaa Hoxxeessaa biyyi keenya Itiyoophiyaan erga Mootummaan Jijiiramaa paartii Badhadhinaatiin durfamu gara Aangootti dhufee asis jijjiirama gugurdaa galmeessisaa jirti jedhan.

I/A Bulchaaf I/G Waajjira Qonnaaf lafaa Aanaa Hamballaa Waamannaa Obboo Mararaa Baqqalaa Gama isaaniitiin Mootummaan Paartii Badhaadhinaa Mootummaa Jijjiiramaa ta'uu isaa hojii qabatamaadhaan mul'isaa jira jechuun kaasan. Jijjiiramoonni qabatamaan mul'ataa jiran kunniinis biyya keessa qofatti adoo hin taane gaafa Afrikaatii hanga biyyoota Addunyaatti dhaga'amuun addunyaan akka gurra nutti asi qabattus godhaa jira jedhan.
kunis bu'aaf kutannoo hooggansi jijjiiramaa taasisaa jiruun akka ta'es hubatamee jiras jedhan.

I/G Waajjira Konistiraakishiinii Godina Gu

Address

Hagere Mariam

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when WALIF MEDIA posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share