Eng.Dave Busawa

Eng.Dave Busawa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Eng.Dave Busawa, Digital creator, Bule Hora, Hagere Mariam.

23/08/2025

TOKKUUMMAA HUMNA
Tokkummaa jechuun wanta tokko ykn qaamni biroo qaawa argate keessa seenu kan hin dandeenyeedha.tokkomman jiraachuun dinna ofii irra qodhachuu. Salphaadha. Diinni kaleessa kan Saba Oromoo miidhaa turef sababa tokkummaan Oromoo cimna hin qabnef.Kan isaan Oromoo ittin cabsa turaan harkaa ofiittin osoo hin taane harkumma keenyaan deebisaan nuu miidha turaan. Kanaf tokkummaan humna Angoo Mootumma taayita qabachuuf tokkummaan nuu barbaachiisa.tokkummaan eessa eegala:- Yaada dhunfaa, maatii,Ollaa,Ganda, Aanaa, Godina,Naannoo, saba,biyya fi Adduunyaa irraan eega.

19/08/2025

Beekaan kan yeroo hunda qalbiin isa bana ta'e dhugaa yaadu kan danda'udha.

Baga kabaja ayyaana warra harka bitattiin barreessan Geessaan! Harkaa bitaatiin barreessuun akkaataa fakkeenyummaa dhall...
13/08/2025

Baga kabaja ayyaana warra harka bitattiin barreessan Geessaan! Harkaa bitaatiin barreessuun akkaataa fakkeenyummaa dhalli nama fuul-duratti qajeele deemu kan agarsiisuudha. Mallattoo Guddaa ofii keessa qaba.
Ayyaana Gaarii Nu Maraaf Haa Ta'u!

Oomishii Qonna arfaasaa kana fakkaata
12/08/2025

Oomishii Qonna arfaasaa kana fakkaata

12/08/2025

Jireenyi kan warra sossochu'uu dandee'anitti

07/07/2025
07/07/2025

Hin taa'in ammumma ka'i waa dalagi!

Teessoon Jaldeessaa rifeensa hudduu irra fixxe malee,bu'aa hin buusneef!

07/07/2025

Kakka'umsa hojii !
Dargaggeessi hojii isaa sirnaan hoggaanuu fi hojaachuu qaba! Sababbiin isa:- hojachuun dhimma lubbuuti!

07/07/2025

Qarooni Waa Obsa! Waa Gorsa! Waa Dhoksa!

..... Toggisee!

Pipe system irrigation
29/05/2025

Pipe system irrigation

Irrigation jemrenal
29/05/2025

Irrigation jemrenal

My first Son!!
16/03/2024

My first Son!!

Address

Bule Hora
Hagere Mariam

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Eng.Dave Busawa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share