
22/11/2023
Nama sadituu turee
Namni sadiin kun karaa osoo demaa jiraan garaa tokkotuu jiraa garaa sani yoo biraan bahani hin dubbatan osoo demaan achiin bahaan
Isaan tokko garii jedhaan kun kanaa Δ΅edhee
Yoo jedhuu du,ee
Inni lamaata ati malif dubbatee yoo jedhuu innis du,ee
Inni sadaffaa immoo ani hin dubbadhuu yoo jedhuu innis du,ee sadan isaanitu battalumaati du,aan
Jedhaan jedhamaa
ππππππ