Odaa Baabboo

Odaa Baabboo Beeni hin yaalinii

Oduu gammachiisaa ummata Oromoo boqachiisu***************************************Waliigalteen nageenyaa Mootummaa fi WBO...
01/12/2024

Oduu gammachiisaa ummata Oromoo boqachiisu
***************************************
Waliigalteen nageenyaa Mootummaa fi WBO waamicha nageenyaa fudhatan gidduutti jalqabame injifannoon goolabamee jira.
Tibbana qaamni lamaanuu marii nageenyaatti akka jiranii fi walhubannaan uumamaa jiraachuu ibsuun isaanii ni yaadatama. Haaluma kanaan qondaaltoota WBO waamicha nageenyaa fudhatanii fi Mootummaa gidduutti waliigalteen nageenyaa mallattaa'ee jira. Afaan qawweetiin dantaa Oromoo mirkaneessuun akka hin danda'amne, nageenya waaraa buusuuf waliin hojjechuu fi qabsoo dirree nagaa filannoo taasifachuun barbaachisaa ta'uurratti waliigalamee jira. Waliigalteen nageenyaa kunis qaamni sadaffaa osoo hin barbaachisne karaa aadaa fi duudhaa Oromoo ganamaa eegeen bakka Abbootiin Gadaa fi Haadhooliin Siinqee argamanitti mallattaa'eera

Address

Wachile
Hagere Mariam

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Odaa Baabboo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share