Megersayedin2284

Megersayedin2284 Ergamaa Rabbii Nabi_Muhammad irratti Salawaata buusi{S.A.W)
Hidhannoon gaariin Nabi Muhammad_s.a.w

Mashallah Abbaa Ilmoo barsiisu kan si caalu na haa godhu aniis
29/11/2025

Mashallah Abbaa Ilmoo barsiisu kan si caalu na haa godhu aniis

29/11/2025


Life will be Tissue Paper

Part_300
25/10/2025

Part_300

13/09/2025


👉Gaafa ilmi namaa Gad si qabuuf miila si qabu ; Rabbiin ol si qabuuf harka isaa sitti haa laatu !
MMegersa Geda OromoAAbdii Saba Oromoo

04/09/2025
04/09/2025

Jabaa Ofii Abbaatu Jabeeffata !Arra waa'ee obboleessa kiyya  Kabajamoo Abbaa Alangaa  -nuur irraahin isiniif dubbachuu b...
04/09/2025

Jabaa Ofii Abbaatu Jabeeffata !

Arra waa'ee obboleessa kiyya Kabajamoo Abbaa Alangaa -nuur irraahin isiniif dubbachuu barbaada. Obboleessi keenya Hoggonaa Waajjira Abbaa Alangaa Godina Harargee Bahaa ta'uun waggoottan sadeen darban kana sirna haqaa lafa qabachiisuun ol'aantuummaa seeraa kabachiisuuf cichoominaa fi kutannoon halkaniif fi guyyaa ummata keenya tajaajilaa turuun isaa ni beekkama. Obboleessi keenya Asladdiin goota gootummaan isaa ga'ee hojii itti kenname qixa sirriin ba'achuun amaanaa ummataa fi mootummaa eeguudhaan akka Oromiyaatti yeroo sadii ol Godinoota Oromiyaa 20n injifachuudhaan geeba Godina Hararge Bahaatti galchuun beekkamtii fi kabaja guddaa horateedha. Bara kana immoo yeroo 4ffaaf godina Arsiitiin garaagarummaa qabxii xiqqootiin sadarkaa 2ffaa bahuun injifannoon xumuranii jiru. Madaallii Abbootii Alangaa Oromiyaatiin 2ffaa ba'uus madaallii ummata inni tajaajilaa jiruutiin yeroo hundaahuu 1ffaa akka ta'e ummanni inni tajaajilu onnee guutuun mirkaneessu. Kanaaf anii asumaanuu obboleessa keenyaan baga gammadde jechuuniin barbaada.
Congratulations to you Kabajamoo .

 Guyyuu Waan Rabbiin siif kenne yaadattee Al-hamdulillah jechuu hin dagatin !Megersa Yedin MumeMegersa Geda OromoMegersa...
24/08/2025


Guyyuu Waan Rabbiin siif kenne yaadattee Al-hamdulillah jechuu hin dagatin !

Megersa Yedin Mume
Megersa Geda Oromo
Megersayedin2284
Abdii Saba Oromoo
Dooguu Show

Address

Gurawa
Harar

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Megersayedin2284 posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share