Mu'aaz

Mu'aaz Hojjate jiraachun siif dhaama
Lubbuu too

03/03/2026

yaa rabbi baga nuuf roobde
Soomana halkan 14 geenye kunoo

03/03/2026

Yeroo nama lafeen buqqaate shukkuuman bakka buqqa'e san geenyaan ni iyya, yeroo yaada wahii dubbatan namni itti if beekhus ni iyya

03/03/2026

🀲 Booddee teenya rabbi nuuf haa tolchu 🀲

15/10/2025

Abbatti Tola Oolun Walakka Hulaale Jannataati jedhan ο·Ί

Osoo dhugaan kophee hin godhatin,   dharti addunyaa naannofti!   πŸ‘†πŸ‘†   me πŸ‘ˆπŸ‘ˆ
20/04/2025

Osoo dhugaan kophee hin godhatin,
dharti addunyaa naannofti!
πŸ‘†πŸ‘† me πŸ‘ˆπŸ‘ˆ

18/04/2025

Second 3 Qofa Fayyadamaatii irratti Salawaata Buusaa! πŸ«Άο·ΊπŸ’”

  rabbi dilii teenya nuuf araarami.🀲🀲
17/04/2025

rabbi dilii teenya nuuf araarami.🀲🀲

17/04/2025

Jaalalti Rasuulaa onnee
sihaa seentuu salawaata buusi
Sallallaahu Aleeyhi Wasallam
(S A W)❀️☘️

17/04/2025

Saffisni yeroon ittiin fiigaa jirtu;
waggaan ji'a, jiini torban, torban guyyaa, guyyaan daqiiqaatti waan jijjiirame fakkaata.πŸ₯Ή

17/04/2025

Yoo rakkoon wahii si muudate rakkoo si mudate saniif yaaduu osoo hin taane, akkaataa rakkoo si muudate san keessaa itti baatu yaaduu qabda! πŸ‘ˆπŸ‘πŸ‘

14/04/2025

Nabi Muhammad irratti Salawaata Buusuun Raahaa Qalbiiti.πŸ’šο·ΊS A W❀

14/04/2025

Haadhaf Abbatti Tola Oolun Walakka Hulaale Jannataati jedhan ο·Ί

Address

Mu
Harar

Opening Hours

09:00 - 17:00

Telephone

+251989910623

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mu'aaz posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Mu'aaz:

Share