Olika Abd Ale

Olika Abd Ale Coming soon!
(1)

15/11/2025

Nuti akka jiraannettuu numa jiraannaa silaa akkaawuntummaan warri Baankii khadhaa jabduun ID nurraa guuree bane takka hiyyoomtee duwwaa tattaa'uu baattee😁
Rabbi haa raahmatuuf jenna🤑
Na mararte dhugaa

Meeshaa Adunyaa irra nama fiduu fi Meeshaa Adunyaa irraa Nama Fixu 😁
06/11/2025

Meeshaa Adunyaa irra nama fiduu fi Meeshaa Adunyaa irraa Nama Fixu 😁

Dr. Aadam Abdallaa, hayyuu qamaatiiti. Falmii argamni jimaa eessaa jedhu ilalchisuun gaaffii fi deebii BBC waliin dhihee...
01/04/2025

Dr. Aadam Abdallaa, hayyuu qamaatiiti. Falmii argamni jimaa eessaa jedhu ilalchisuun gaaffii fi deebii BBC waliin dhiheenya taasisaniin akkas jedhan:
"Harargee biratti fudhaa heerumni jimaa malee hin ta'u. Dhawaa dhibaayyuun jimaa malee hin ta'u. Tarrabbaa dhukkisuun, Aadaa-Gadaan, Hamaa-hariin akkasumas Soqaa-safaqiin isa malee hin ta'u'' jechuun hidhata jimaan aadaa waliin qabu tarreessu.
bal'ina odeessa kanaa asiin argachu dandeessu. 👇👇

25/03/2025

Ajandaalee jajjaboo torbee kanaa:

Dhimmi barataa si'a 3 yuunivarsiitii ari'amee barsiisaa Fiiziksii tahee ajandaa jabaa torbee kanaati.

Taphni gulaallii waancaa addunyaa Itoophiyaafi Ijipti giddutti turees ajandaa jabaa ture.

Adurreen bosonaa Ijiptirraa ka'uun waraana Israa'el irratti miidhaa geessitees ajandaa jabaa torbee kanaati.

Itoophiyaan Jibuutii 6:1 injifachuuniis ajandaa gammachiisaa halkan edaati.

Diraamaan EBS fi Birtukaan Tamasgeeniin dalagamanii maqaa Yuunivarsiitii Dambi Doolloofi ummata Oromoo balleessuuf bocamee fashala'ees ajandaa finiinaa guyyaa arraati.

Guutuu isaa isinuu quba qabdu🤝
Maaltu itti aana laata?

Address

Harar
3200

Opening Hours

Monday 09:00 - 17:00
Tuesday 09:00 - 17:00
Wednesday 09:00 - 17:00
Thursday 09:00 - 17:00
Friday 09:00 - 17:00
Saturday 09:00 - 17:00

Telephone

+251939057432

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Olika Abd Ale posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Olika Abd Ale:

Share