M/Qalloo

M/Qalloo ነጻነት ለህዝባችን - ብልጽግና ለአገራችን! Bilisummaan uummata keenyaaf - badhaadhinni biyya keenyaaf! Freedom to our People – Prosperity to our Nation!

31/08/2025
31/08/2025
28/08/2025
27/08/2025

Harargee, Oromiyaa biyya dammaa fi aannaanii!

27/08/2025

Mootummaan Jijjiiramaa Naannoo Oromiyaa, hojiilee oomishtummaafi qulqullina omisha bunaa irratti hojjateen bu'aa qabatamaa argamsiisaa jira. Hojiilee gaariin Inisheetivii Bunaan eegalaman akka ittifufaniifi hanqinoota jiranmaqsuuf, omisha bunaa saayinsii, tekinoolojii, ekisiteenshinii, caasaafi hojimaatan deeggaree caalmaatti guddisuuf sochiin kan eegalameedha. Kanaanis toorawwan xiyyeeffannoo 9 inisheetivii bunaa eegalame milkeessuuf oolan adda bahanii jiru:

Filannoowwan liinkii armaan gadii tuquun toora odeeffannoo waajjirichaa isa sirrii hordofaa.

WhatsApp: https://whatsapp.com/channel/0029VbAtskm0QearlRd2sD2V

Telegram: https://t.me/oromipresident

Website: https://www.oromia.gov.et/om

Facebook: https://www.facebook.com/Oromiapresident.office

27/08/2025

“የመደመር መንግሥት የሚለየው አንኳር ነገር አንደኛው በውጤቱ ነው ፣ ሁለተኛ በሂደቱ ነው።” - ጠቅላይ ሚኒስትር ዐቢይ አሕመድ

ዛሬ ምሽት 2:30 ሙሉ ቃለመጠይቁን ይጠብቁ።

27/08/2025

Address

Harar

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when M/Qalloo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share