GADA VINE

GADA VINE Follow share like

06/03/2024

Humni badii Faa*nnoon Gondar gojjaam irraa osoo hin hafin oromoo walloo weeraruuf sa'aa ammaa kanatti walloo kallattii hundaan meeshaa gurguddaan dhukkaasa uummata irratti bananii jiru.qabeenya uummata wallootis barbadeessaa jiru.dubbiin hammaatee jira!

02/01/2024

Ayyaana Qillee sababeefachuun gaaffii badhaasa addaa argamsiisuu Baankii Oromiyaa irraa. Hirmaadhaa, Badhaafamaa!

, badhaafamuuf:

1. Deebii sirrii Saanduqa yaadaa (Comment) keessatti Barreessuu, fi
2. Share (gochuu Firaaf aanteef qooduun)!

የገና በዓልን ምክኒያት በማድረግ ልዩ የበዓል ሽልማት የሚያስገኙ የጥያቄና መልስ ውድድር ከኦሮሚያ ባንክ። ይሳተፉ፣ ይሸለሙ!

#ማሳሰቢያ ለመሸለም

1 . ትክክለኛ መልስ በሀሳብ መስጫ ሳጥን (Comment) ዉስጥ ይፃፉ!
2 . ማጋራት (Share) ማድረግ ብቻ!

Learn More: https://t.me/OromiabankOfficial

  IJOO : Mariin Mootummaafi    marsaa lammaffaa Taanzaaniyaa keessatti Ammas waliigaltee malee xumurame Mariin torban la...
21/11/2023

IJOO
: Mariin Mootummaafi marsaa lammaffaa Taanzaaniyaa keessatti Ammas waliigaltee malee xumurame

Mariin torban lamaaf waldhabdee waraanaan waggoota shaniif naannoo keessatti humnoota mootummaa fi humnoota Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) gidduutti ture xumuruuf waadaa galuun eegale booda, mariin kun yeroo lammataaf waliigaltee malee xumuramee jira.

Congratulations🎉 Horaa Bulaa🥰❤
09/11/2023

Congratulations🎉
Horaa Bulaa🥰❤

Address

Harar

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when GADA VINE posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category