Game show

Game show Game

27/02/2026

yadda murada kessan rabbin isin haa gutu
akka isin dhibe rabbi hin dhibbu isin haa furu jiru isiniti jallate Hunda isin haa dirirsu amiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiin 🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲✅🫡❤️❤️❤️❣️❣️❣️❣️❣️🇪🇹🇸🇴

10/01/2026

17/12/2023

💯🖍️✏️.Kaayyoo qabatetti cichi. Abdiin keefi obsi kee akka hin dhumne eeggannoo godhi. Arrabsoofi tuffii namaaf deebii hin kenniin. Callisii hojjedhu, callisii kaayyoo keetti deemi, callisii milkaa’i! Gaafa sana warri si tuffachaa turan dabaree qabatanii si kabajuuf dhufu❤️❤️❤️❤️💯

Jiraattonno Biyya su'udii afooshaan harargee oborraa Kennaan isin ustaad Ibsaa Hassaniif kennitan Hedduu nuboonsite gurr...
28/02/2023

Jiraattonno Biyya su'udii afooshaan harargee oborraa
Kennaan isin ustaad Ibsaa Hassaniif kennitan
Hedduu nuboonsite gurra nutti gootanii gurra isinitti haa godhu!!!
galatoomaa!!!!

Innaalillahi Wainnaa ileeyhi raaji'uun yaa sheeka kiya rabbiin jannatul furdoysiin si Haa qananiisu😭😭😭😭
09/02/2023

Innaalillahi Wainnaa ileeyhi raaji'uun yaa sheeka kiya rabbiin jannatul furdoysiin si Haa qananiisu😭😭😭😭

🦁 The LION of Dawah - Sheikh Ahmed Deedat 💪🤲 May ALLAH Reward his amazing efforts and long-lasting Dawah!Ahmed Deedat on...
21/10/2022

🦁 The LION of Dawah - Sheikh Ahmed Deedat 💪

🤲 May ALLAH Reward his amazing efforts and long-lasting Dawah!

Ahmed Deedat once told Dr. Zakir Naik: "My son, you have achieved in 4 years, what took me 40 years." To which Dr Zakir Naik replied: "It was your forty years of hard work that made it possible".

❤May Allaah grant Ahmed Deedat Jannat ul Firdous, Aameen!

25/09/2022

“Rabbii lubbuun Muhammad harka Isaa jirtuunin kakadha, Yahuudaa fi Nasaaraa(Kiristaana) irraa namni ummata kanarraa tahe tokkolleen waa’ee koo dhagahee eegasii waanin ergameen kanatti amanuu didee (yoo haala sanirratti duuti itti dhufte) warra ibiddaarraa tahu malee hin taane.”
Nabi Muhammadﷺ
[Muslim 153]

-Namaafi Jinniin, namni “amantii” qabuufi hin qabnees hundi gara Islaamaa dhufee Rabbii Tokkichatti amanee Muslima tahuu dirqama qaba. Nabi Muhammad ergamaa Rabbii tahuu amanuufi Sunnaa Isaa hordofuus dirqama qaba. Namni dhagahee kana morme, namni K+ fr+a tahee du’e Jannata hin seenu.

*والذي نَفْسُ مُحَمَّدٍ بيَدِهِ، لا يَسْمَعُ بي أحَدٌ مِن هذِه الأُمَّةِ يَهُودِيٌّ، ولا نَصْرانِيٌّ، ثُمَّ يَمُوتُ ولَمْ يُؤْمِنْ بالَّذِي أُرْسِلْتُ به، إلَّا كانَ مِن أصْحابِ النَّارِ.*
الراوي : أبو هريرة.

Address

Harat
Harar
GAME

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Game show posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Game show:

Share