Omer Peace

Omer Peace ‎ህዳሴ ለብልፅግና

Gootoota Bore Basaan !Seenaa Biyyaa keenna keessatti  pireezedaantiin Qonna Oromiyaa hammayyeessee  fi Al'ergee irrattii...
01/04/2026

Gootoota Bore Basaan !
Seenaa Biyyaa keenna keessatti pireezedaantiin Qonna Oromiyaa hammayyeessee fi Al'ergee irrattii Kutaannoo ol'aanaa dhaan Xiyyeeffatee Hojechun Sadarkaa ol aanaatti Guddise.Kan Qonnaa hirkattummaa irraa gara ofdanda'uutti Oromiyaan fi biyya keenya waan ceesiseef!!Kan galii mootummaa guddisuu, Turizimi kan Magaalomsuu kan teeknoloji kana oli isatti ni deebina!!
Kun immoo Mirri aantummaa,abbummaa irra maddee waan jiruuf!!
Shimelis Abdisa PMNO fi Hoggannaa Waajjira Paartii Badhaadhina Damee Oromiyaa Kabajamoo Obbo Kaffaaloo Tafarraa🙏🙏🙏

Address

Harar
1401

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Omer Peace posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share