MOHA JIRU

MOHA JIRU Welcome to MOHA JIRU page like share Godha!😍

01/06/2025
20/07/2024

Shukri Jemal new Oroomo Music

06/03/2024

Prank Ajaaibaa -|| Dirre Eyba Sport irratti 🤣
Ummanni na cafaquu gahe

22/02/2024

Ramadan karem coming😙

Obboleettiin teenya سميا محمد  kan jedhamtu ammaaf kan Saud araabiyaa kan jiraattu akkas naan jette>An akka nama tokkott...
14/02/2024

Obboleettiin teenya سميا محمد kan jedhamtu ammaaf kan Saud araabiyaa kan jiraattu akkas naan jette>

An akka nama tokkotti wanniin jedhu namoonni akkasii sun jireenya guyyaa meeqa jiraachuufi dubartii bahaar qaxxaammurtee rakkoo meeqa argitee birrii fidde san mara irra nyaata? Keessi nama akkamitti eeyyamee liqimsa?

Obboleetti koo dhimma isin lameenu giddu jiru atiifi isaanii rabbii qofa beeka maraafuu haqa kee siin ha barbaadu fayyaa kee siif dhiisee kan san caaltu bakka siif ha buusu.💔

Akka gorsaatti obboleeyyan kiyya warri biyya namaa jirtan kan an isiniif dhaamu nama kamuu amantanii huurkaa keessan irratti hin ergina walitti dhufeenya tokkoon alatti; yeroon amma ammayyaa'adha achi teessee biyyatti account banachuu dandeessa ykn iddoo jirtutti quubii nama wajjin walitti seenuu malta. Yoo kun hundi hin taane maatii keetitti ergadhu maatiin kee yoo si nyaate irra galata.🙏

Address

Harar
3000

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when MOHA JIRU posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to MOHA JIRU:

Share