CBN-caayaa broadcasting network

CBN-caayaa broadcasting network Itti cirri locally !!! mirqaanni globally !! 𝙠𝙝𝙖𝙑𝙖𝙖𝙨

25/06/2024

ልα‰₯ αŠ₯αŠ•α‰ αˆ α‹ˆαŒˆαŠ• αŠ₯αŠ•αŠ•α‰ƒπŸŒ€

24/06/2024

Dhibeen kan siin marse
Galgalaaf ganamaπŸ€’πŸ˜­
Cittoon miskiinummaa
Durummaan dhiqama
ABSHIIRAA!!

Sagalee tolanii sagaliin lolan ja'a oromoon gaafa makhmaakhu. Sagaliin nuhaa lolchiisu🀲.
15/11/2023

Sagalee tolanii sagaliin lolan ja'a oromoon gaafa makhmaakhu. Sagaliin nuhaa lolchiisu🀲.


06/07/2022

Ahlan ya ahlik

SAGALEE HIN DHAGAYAMIN......................Bara 2022 A.L.L iddoo adda addaatti bahaa fi dhiha caayaa jiddutti bonni tir...
19/03/2022

SAGALEE HIN DHAGAYAMIN......................

Bara 2022 A.L.L iddoo adda addaatti bahaa fi dhiha caayaa jiddutti bonni tirachaa jiraachun wal qabatee UKHOOn khabiirranii hir'achuurraa n ilaa hanga "empty set" tahuutti tarkaanfachaa jiraachuu qamaatoonni tti himan. Akkasuma Baatii kabajamtuu fuula dura keenya jirtu tana carraaqii barbaachiftu roga hundaan itti mudinee badheeysa godhuun funya-qurqur nama kamiyyuu akka tahee gurra isin buusuu barbaanna. Waa'ee
Maagata zeetaa sagantaa itti aanutti fedhii rabbiitiin kan waa darbanu taha.

See more tolchaa

 Xayyaarri "United Nations Humanitarial Air Services" Jedhamu Aanaa Kombolchaatti Namoota 4 fe'ee jiru  kufee caccabeWDH...
28/07/2021


Xayyaarri "United Nations Humanitarial Air Services" Jedhamu Aanaa Kombolchaatti Namoota 4 fe'ee jiru kufee caccabe

WDHKMANB Adoolessa 19, 2013
Godina Harargee Bahaa Aanaa Kombolcha Araddaa Qeeransa Ganda Gurrachaa Garaa Arruutti Guyyaa Keessa Sa'aa 11:30 Irratti xiyyaarri UNHAS Osoo Balali’utti Jiru Kufe Caccabe

Godina Harargee Bahaa Aanaa Kombolchatti Xayyaarri "United Nations Humanitarial Air Services" UNHAS Jedhamu Namoota 4 fe'uun Guyyaa Har'aa Imala Isaa Magaalaa Dirree Daawa Irraa Osoo Balali'uutti Jiru Godina Harargee Bahaa Aanaa Kombolcha Araddaa Qeeransa Ganda Gurrachaa Garaa Arruutti Kufe Namoonni Xayyaarichaa keessa jiran tokkollee irraatti midhaan cimaan hin dhaaqabne garuu nama tokko irratti midhaan salphaan irraa gahee jira.
Maddi:-
Kominikeeshinii Aanaa Kombolchaatu gabaase.

28/07/2021

Keesummaa addaa qabannee
Dhufaa jirraa nu eegaa.

hiriira guyyaa har'aa magaala finfinneetti bahamee turerraa kan fudhata meedha.
30/05/2021

hiriira guyyaa har'aa magaala finfinneetti bahamee turerraa kan fudhata meedha.

EID MUBAREK !!!BAGA ITTIN GEESSAN !!!"""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""Baga rabbiin guyyaa iid al fixrii 1442...
12/05/2021

EID MUBAREK !!!
BAGA ITTIN GEESSAN !!!
"""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""

Baga rabbiin guyyaa iid al fixrii 1442tiin isin gahee muslimticha fi muslimtittiin, lulluuqataa fi lulluuqattuun, jechuun dhaamsa isa kan isiniif dabarsinu gammachuu guddaatu nutti dhayama.

CBN ilkee fi a'ama qamaatee.

Gola toomaa.

08/05/2021

ODUU FURGUGAA

Waa'ee quluu torbee kana caayaa hookkara kaayaa jiru ilaalchise khaadimmanii fi khabiirran dhaamsa isaani CBN iif kan himan yoo ta'u.
Of egannoon barbaachisu hundi godhamaa jiraachu ibsan.
Gaadidduu lulluu teeysaniitin akka hin dahamne jedhan.

Gola toomaa.

Gootota lola daq.30tiin manguddoota suudaan biyyaa teenya keeysa lollahe baase.
06/05/2021

Gootota lola daq.30tiin manguddoota suudaan biyyaa teenya keeysa lollahe baase.

Address

Harar

Telephone

+251953533969

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when CBN-caayaa broadcasting network posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to CBN-caayaa broadcasting network:

Share

Category