JARSO FX

JARSO FX πŸ’•

Giiftii qe’ee kiyyaa isee yeroo hundumaa fuula kiyyaa  irratti kofla uumtu βœ¨πŸ’•
05/07/2026

Giiftii qe’ee kiyyaa isee yeroo hundumaa fuula kiyyaa irratti kofla uumtu βœ¨πŸ’•

Halkaan gaafa namni hundi rafu dandeettii fi jireenya kee ijaaruuf hojjechuun bu'aa isaa fuulduratti mul'ata Obsa fi tat...
15/06/2026

Halkaan gaafa namni hundi rafu dandeettii fi jireenya kee ijaaruuf hojjechuun bu'aa isaa fuulduratti mul'ata Obsa fi tattaaffii
Milkaa'inni carraa miti halkaan dheeraa xiyyeeffannaa guddaa fi kaayyoof of kennuu dha πŸ“‰πŸ“ˆβœ¨
Adeemsa kee amani. Hojiin caldhisaan hojjetamu firii isaa fagootti calaqqisa Walid

11/06/2026
25/04/2026

Afaan oromo

Addunyaan Tiyyaa  siin bareeddi Guyyaan ani si argadhe guyyaa jireenyi kiyyaa  hiika haaraa argattedha Miidhagummaan kee...
28/03/2026

Addunyaan Tiyyaa siin bareeddi Guyyaan ani si argadhe guyyaa jireenyi kiyyaa hiika haaraa argattedha Miidhagummaan kee inni alaa fi inni keessaa onnee kee walitti dabalamee nama addaa si taasisa ❀️✨ πŸ’

23/03/2026

Forex Trading Afaan oromo

23/03/2026
17/03/2026

17/03/2026

Forex Trading information

fasting on the first day
18/02/2026

fasting on the first day

Address

J
Harar

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when JARSO FX posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to JARSO FX:

Shortcuts

Share