Miira Dhugaa

Miira Dhugaa Madaala Miiraa fi loojikii Eeguun Tasgabbii fida.

Dubbii Ajaa'ibaati
11/07/2024

Dubbii Ajaa'ibaati

48.7K likes, 1182 comments. “kadir_juhar_official”

Hoggansa Sirrii Dhageeffadhu
11/07/2024

Hoggansa Sirrii Dhageeffadhu

18.5K likes, 328 comments. “ ❤️💚❤️ 🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹 ”

28/04/2024
☞↪ Yeroo namni tokko waa'ee kee waan dogoggoraa dubbatu miira kee to'adhu. Kiyyoo itti yaadanii si booji’uuf kaa’ame ta’...
04/03/2024

☞↪ Yeroo namni tokko waa'ee kee waan dogoggoraa dubbatu miira kee to'adhu. Kiyyoo itti yaadanii si booji’uuf kaa’ame ta’uu danda’a.⤴

18/01/2024

📚▶GABRUMMAA SAMMUU.

📌Namni Sammuun Gabroome Of
Waliin Wal Loleetu, Orma
Jaarsummaa Lakkaaawwata.

📌 Namni Sammuun Gabroome Nadhii Dammaa Gateetu, Gagaa
Nyaachuuf Olkaawwata.

📌 Namni Sammuun Gabroome Mataa Ofii Hojiin Ala Godhee, Kan Nama Biraan Ergifatee Yaaduu barbaada.

📌 Namni Sammuun Gabroome, harka hojii irra Harka Kadhaaf Beekamtii Kenna.

📌 Namni Sammuun Gabroome, Waanuma isaan jedhan Of Se'a. Yoo Horii jedhaniin, Falmachuu Dhiisee, Marga Dheeduu Shaakala. Farda Yoo jedhaniin dugdi isaa Akka Kooraaf Baachuuf Tolu ilaala.

📌 Namni Sammuun Gabroome, iddoo Kennaniif Taa'a, Waan Kennaniif Nyaata, Waan itti Fe'an Baata.

📌 Namni Sammuun Gabroome, Nama Ta'uu isaa Namni Biraa Akka Mirkaneessuuf ifaaja.

📌 Namni Sammuun gabroome, hayyama namaan nyaata, Karaa Nama Biraa irra Kaata, Abbaa Torbaati Orma lakkaawwata.

📌 Namni Sammuun gabroome, Milkaa'ina Warra Biraa Tolcha (magic) jedhee Odeessa.

📌 Namni Sammuun Gabroome, Bara irratti Hojjechuu Caalaa, Barruu isaa Raagduun Akka jetteen bula.

📌 Namni Sammuun gabroome Haaraa Ofiif Bitate irra, Moofaa Ormaa Yoo Miiccatee Uffate itti Tola.

📌 Namni Sammuun Gabroome, Gabrummaa isaa Bilisummaa Se'a.

📌 Namni Sammuun Gabroome, Akka Ofiitti Yaaduu irra Akka Nama Biraatti Yaaduun qarooma jedhee Amana.

📌 Namni Sammuun Gabroome, Warra isaaf Falman irra Warra isatti Falman jaalata.

04/11/2023
Fuulbaanni 3, 2016 Anaaf Godaannisa Seenaati.Gocha Guyyaa 03/01/2016 E.C narratti Raawwatame Yoomiyyuu hin dagadhu.Dhuga...
16/09/2023

Fuulbaanni 3, 2016 Anaaf Godaannisa Seenaati.

Gocha Guyyaa 03/01/2016 E.C narratti Raawwatame Yoomiyyuu hin dagadhu.

Dhugaan Haqaan ni injifatamti !!
Haqoo Haq Shiroo Shir

Address

Harar

Telephone

+251915126822

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Miira Dhugaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Miira Dhugaa:

Share