Dinaraas Harargee Funs

Dinaraas Harargee Funs Life isn't about getting and having, it's about giving and being
Frederick. D
(1)

Gamaaggamni hojii Mana Murtii Aadaa Kurmaana 3ffaa fi Leenjiin Hubannoo Kennamee jira.≈≈≈≈≈≈≈≈≈≈≈≈≈≈ Godina Hararge Baha...
31/05/2025

Gamaaggamni hojii Mana Murtii Aadaa Kurmaana 3ffaa fi Leenjiin Hubannoo Kennamee jira.
≈≈≈≈≈≈≈≈≈≈≈≈≈≈

Godina Hararge Bahaa Aanaa Fadistti Gamaaggamni Raawwii hojii Manneen Murtii Aadaa Gandootaa kan kurmaana 3ffaa bara 2017 Sadarkaa Aanaatti Bakka I/A Bulchaa fi I/G Waajjira Qonnaa fi Lafaa Aanaa Fadis Obbo fi Prazdaantiin Mana Murtii Aanaa Fadis Kabajamoo Aadde argamanitti gaggeeffamee jira.
Gamaaggama kana irratti Itti Gaafatamtoonni Hawaasummaa Gandootaa Abbootii Gadaa hundi kan hirmaatan yoo tahu Labsiin Dambii ittiin bulmaata Mana Murtii Aadaa Hubannoon Abbaa Seera Kabajamoo Obbo dhihaateera.

Mannii Murtii Aadaa Duudhaa Oromoo isaa ganamaa ganda isaanitti ummata haqaan kan tajaajilu tahuun hubatamee Akkuma aadaa fi duudhaa ganamaa Araara gama lamaa ummata walitti fayyisuu qabaa jedhan.

Akkasumas hojiilee gama mana murtii Aadaatiin kurmaana sadan darban keessaa hojjetamaa ture irratti hanqinaa fi cimina jiru irratti mari'achuun ciminoonni jiran akka itti fufu taasisuu fi hanqinoonni mul'atan yeroon akka sirraa'uu taasisuu kallattii kaa'aniiru.
Xumura irratti Goolabbii gamaaggama fi Kallattiin hojii fuula duraakaa'uun mariin milkaa'inaan goolabameera.

  !Urjiilee Miidiyaa Baha Biftuu guyyaa har'a afferra prizdaantii MNO Kabajamoo Obboo Shimallis Abdiisaa nuuf taasiseen ...
30/05/2025

!
Urjiilee Miidiyaa Baha Biftuu guyyaa har'a afferra prizdaantii MNO Kabajamoo Obboo Shimallis Abdiisaa nuuf taasiseen Magaalaan Shaggar kan jijjiraman boodaa hundeeffamte hojii misoomaa gurguddaa hojjatamaan dawwanna addaa ogeeyyii Miidiyaa fi kominikeshinii Naannoo Oromiyaa irraa walitti dhufan waliin dawwana taasisaa ollee jira.
gaarii !!
🩵❤️‍🩹❤️
🩵❤️❤️‍🩹🤩
🇪🇹 ♥️🌹💖❣️🤩





Konfaransiin Nageenyaa fi Misoomaa Hawaasa Ganda Diin Haqaa hunda Hirmaachise gaggeeffame .≈≈≈≈≈≈≈≈≈≈≈ Godina Hararge Ba...
29/05/2025

Konfaransiin Nageenyaa fi Misoomaa Hawaasa Ganda Diin Haqaa hunda Hirmaachise gaggeeffame .
≈≈≈≈≈≈≈≈≈≈≈

Godina Hararge Bahaa Aanaa Fadis Ganda Diin Haqaatti Konfaransiin Nageenyaa Hawaasa Hunda Hirmaachise bakka I/G Siyaasa Paartii Badhaadhina Aanaa Fadis Obbo argamanitti gaggeeffameera.
Imala Badhaadhinaa jalqabame milkeessuuf Hawaasni Nageenya ofii tikfachaa Misooma irratti bobbahuun jijjirama arganne Misooma fi diinagdeen utubuuf tattaaffii barbaachisu gachuu akka qaban I/G Siyaasa Paartii Badhaadhina Aanaa Fadis Obbo Bakrii Abdullaahi Ummataaf dhaamaniiru.
Konfransicha irratti hawaasni yaadaaf gaaffii qaban ballinaan kan kaasanii yoo tahu
Xumura irratti gaaffii hirmaattotarraa ka'aniif deebii kennuun kallattii fuula duraa kaa'uun konfaransiin milkaa'inaan goolabameera.

29/05/2025

ስፔስ ሣይንስና ጂኦስፓሻል ኢንስቲትዩት ከተቋቋመ ጥቂት አመታት ቢሆንም ከከርሠምድር እስከ ህዋ ለልማት አሥፈላጊ የሆኑ መረጃዎችን በመለየት እና በመተንተን ያከናወናቸው ስራዎች በዘርፉ መሠረት የጣለ ሆኗል

  🇪🇹💙❤️ Ten Unknown Facts About  Founding: Tesla was founded in 2003 by engineers Martin Eberhard and Marc Tarpenning, n...
28/05/2025

🇪🇹💙❤️


Ten Unknown Facts About
Founding: Tesla was founded in 2003 by engineers Martin Eberhard and Marc Tarpenning,
not Elon Musk. Musk joined the company as a major investor and became its public face.
Model Naming Quirk: Tesla’s car lineup follows a playful pattern: Model S, 3, X, and Y.
Elon Musk has said it was meant to spell "S3XY," with the number 3 replacing an "E."
Battery Focus: Tesla's breakthrough isn’t just in electric cars but also in battery technology. Tesla has invested heavily in creating
powerful and long-lasting batteries, not only for cars but also for energy storage solutions like Powerwall.
Autopilot and Full Self-Driving: Tesla’s Autopilot is an advanced driver-assistance system, but it’s not fully autonomous. The
company is working on Full Self-Driving (FSD) software, which could eventually enable true autonomous driving.
Gigafactories: Tesla operates massive manufacturing plants known as Gigafactories, located in the U.S., China, and
Germany. These factories are integral to Tesla’s ability to scale production and reduce costs.
SpaceX Connection: Tesla and SpaceX, both run by Elon Musk, share more than just a CEO. The companies collaborate on technology, and
SpaceX’s Falcon Heavy rocket even launched a Tesla Roadster into space as part of a 2018 test flight.
Sustainable Vision: Tesla's mission is to accelerate the world’s transition to sustainable energy.
In addition to electric cars, the company is a leader in solar power and energy storage solutions.
Over-the-Air Updates: Tesla was the first car manufacturer to allow over-the-air software updates, letting owners
download new features and improvements to their cars without visiting a dealership.
AI and Robots: Tesla’s AI Day event introduced Tesla Bot, a humanoid robot designed to handle dangerous or
repetitive tasks, showcasing Musk’s vision for AI and robotics beyond automobiles.
Environmental Impact: Tesla has red

Misooma Hunda Galeessa Mirkaneessuu Keessatti Hojiin Kominikeeshinii fi Miidiyaa Murteessadha. Leenjin Hubannoo Cimsuu K...
27/05/2025

Misooma Hunda Galeessa Mirkaneessuu Keessatti Hojiin Kominikeeshinii fi Miidiyaa Murteessadha.

Leenjin Hubannoo Cimsuu Kominikeetaroota Waajjiraalee Mootummaa Sadarkaa Godinaatiif Magaalaa Hararitti Kenname.

Leenjin kunis qindoomina Waajjira Kominikeeshinii Godina Harargee Bahaa fi Sabqunnamtii Waajjira Paartii Badhadhinaa Damee Godina Harargee Bahaatin kan qophaa'e yoo ta’u,barreeffamni leenjii hojii kominikeeshinii irratti xiyyeeffate Dursaa Garee Qophii Odeeffannoo fi Dhimmoota Haala Yeroo Waajjira Kominikeeshinii Godina Harargee Bahaa Obbo Ayyalaa Dheeressaatin hirmaattotaaf dhiyaachun irratti mari'atameera.

Ittigaafatamaan Sabqunnamtii Waajjira Paartii Badhaadhina Damee Godina Harargee Bahaa Obbo Caalaa Kamaal kominikeetaroonni seektaraalee mootummaa hojii kominikeeshinii cimaa hojjachuun hawaasni hubannoo argatee misooma keessatti dammaqinaan akka hirmaatan gochuu qabna.Akkasuma,
odeeffannoo sirrii hawaasa biraan gahuun fayyadamummaa isaanii akka mirkaneeffatan taasisuuf xiyyeeffannaan hojjetamuu qabaa dhaaman.

Ittigaafatamaan Waajjira Kominikeeshinii Godina Harargee Bahaa Obbo Magarsaa Maammoo hubannoo leenjicha irraa argannetti fayyadamuun hojii kominikeeshinii cimaa fi bu'aa isaatin madaalamu hojjatamuu qaba jedhan.Dabalataanis
Odeeffannoo qulqulluu fi waqtaawaa ta'e kennuu,hubannoo kennuun iftoomina uumuun seektaroota mootummaa fi ummata gidduutti wal hubannaan gaarin akka jiraatu taasisuu qabna jedhan.

Akkasuma,imaammata,tarsiimoo,karooraa fi sagantaaleen mootummaa ummata bira akka gahuuf hojii beeksisuu fi ibsuufi qabna jedhan.Misooma hunda galeessa mirkaneessuf tooftaalee miidiyaa hunda fayyadamuun hojiiwwan keenya ummata biraan gahuun murteessaa ta'uu Obbo Magarsaan dhaamaniiru.

Hirmaattonnis hubannoo leenjicha irraa argatan galtee godhachuun hojiilee misoomaa Waajjira isaanii beeksifachuu,mul'isuun fayyadamummaa hawaasaa mirkaneessuf kan hojjatan ta'uu dubbatan.

27/05/2025
Abet Abet abet
10/05/2024

Abet Abet abet

Check out M. Yusuf’s video.

Subscribe like share
06/05/2024

Subscribe like share

Check out M. Yusuf’s video.

Gaachena Biyyaa
05/05/2024

Gaachena Biyyaa

Check out M. Yusuf’s video.

Gaafas Rifeensa qabna
05/05/2024

Gaafas Rifeensa qabna

Check out M. Yusuf’s video.

Kkkkkkkkkkk......
02/05/2024

Kkkkkkkkkkk......

Watch, follow, and discover more trending content.

Address

Shenkor
Harar

Telephone

+966580199246

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dinaraas Harargee Funs posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share