07/04/2026
መጪዉን የትንሳኤ በዓል በማስመልከት ያዘጋጀነው የማህበራዊ ሚዲያ ጥያቄ ደረሰ፤ ይሳተፉ ይሸለሙ!
ለመሸለም፡-
1. የስኬት ባንክ ይፋዊ የፌስቡክ ገፃችን https://web.facebook.com/siketbank ይከተሉ፣ ለወዳጆችዎ ያጋሩ፡፡
2. ትክክለኛ መልስዎን #በፌስቡክ ገፃችን ሀሳብ መስጫ ሳጥን (Comment Section) ዉስጥ ብቻ ይፃፉ::
3. የፃፉትን ውጤት ማስተካከል እና ሁለት ጊዜ መሞከር ለሽልማቱ ብቁ አያደርግም፡፡
4. ትክክለኛ መላሾችን የምንለየው በዕጣ ይሆናል፡፡
5. መልስዎትን እስከ ማክሰኞ ከሰዓት 10፡00 ብቻ በመመለስ ይሳተፉ፡፡
መልካም ዕድል!
ስኬት ባንክ የስኬትዎ መሰረት!
Ayyaana Faasikaa sababeeffachuun gaaffii miidiyaa hawaasaa qopheessine kunoo ga’ee jira, hirmaadhaa badhaafamaa.
Badhaafamuuf:-
1. Fuula Feesibuukii https://web.facebook.com/siketbank keenya hordofaa, hiriyoota keessaniifis qoodaa.
2. Deebii sirrii keessan saanduqa yaadaa (Comment Section) fuula keenya keessatti barreessaa.
3. Deebii yeroo tokko barreesitan ‘’Edit’’ gochuu fi si’a lama deebisuun badhaasa kana hin argamsiisu.
4. Kanneen deebii sirrii deebisan carraadhaan kan badhaasnu ta’a.
5. Deebii keessan hanga Kibxata waaree booda saa’atii 10:00tti qofa deebisuu deebisuu dandeessu.
Carraa Gaarii!
Baankii Sikkeet Bu’uura Milkaa’ina Keessanii!