Eastern Oromia New

Eastern Oromia New News on Eastern Oromia, Ethiopia and Africa

Maayaa ammaa Haromaayaa Hararghe
08/12/2023

Maayaa ammaa
Haromaayaa Hararghe

Habera waterfall, found in Bale Mountains National Park, Nature's masterpiece in one place.Bale Mountains National Park ...
06/12/2023

Habera waterfall, found in Bale Mountains National Park, Nature's masterpiece in one place.

Bale Mountains National Park

12/10/2023

Waraana dhiiga dhangaase, kan lubbuu Araboota hedduu galaafate, waraanni addunyaa jijjiire- Yom Kippur bara 1973 Onkoloolessa keessa gaggeeffame.Sambata darbe (Onkoloolessa 07, 2023) wayita rookeetiin Hamaas Gaazaa irraa gara Israa'elitti akka bokkaa roobu waraanni kun waggaa 50ffaasaati.

Pireezidantiin Iraan Israa'eliin 'duguuggaa sanyiin' himatan**********Yeroo Israa'el iddoowwan Gaazaa irratti qiyyaafatt...
12/10/2023

Pireezidantiin Iraan Israa'eliin 'duguuggaa sanyiin' himatan
**********
Yeroo Israa'el iddoowwan Gaazaa irratti qiyyaafattee haleelaa jirtu kanatti, pireezidantiin Iraan ''duguuggaa sanyii'' raawwachuun Israa'el himatan.

Ibraahiim Ra'iisiin Gaazaa marsanii qabachuudhaan bishaan, elektiriikii fi boba'aa kutuun, waliigaltee idila addunyaa hunda ni sarba jedhan.
BBC

city of peace Harar,Hararghe
11/10/2023

city of peace
Harar,Hararghe

Oromia pictures
09/10/2023

Oromia pictures

Guji women
09/10/2023

Guji women

Bareedduun tuurizimii Oromiyaa dubree Mahder Fekadu Lemma baga Irreecha geessan jetti. Baga ittiin si gahe.Mahder Fekadu...
09/10/2023

Bareedduun tuurizimii Oromiyaa dubree Mahder Fekadu Lemma baga Irreecha geessan jetti. Baga ittiin si gahe.Mahder Fekadu Lemma

Raajiidha kan dargaggoo kanaa ''Takkaahuu bakka kopheen hojjetamu qaaman dhaqee argee hin beeku,''akka kophee tolchan in...
08/10/2023

Raajiidha kan dargaggoo kanaa
''Takkaahuu bakka kopheen hojjetamu qaaman dhaqee argee hin beeku,''akka kophee tolchan intarneetiirraa barate.

Dargaggoo Firaa'ol Baqqalaa magaalaa Amboo ganda 05 jedhamu jiraata. Firaa'ol jaalala guddoo dizaayina kopheef qaburraa kan ka'e oogummaa kophee hojjeechuu odeeffannoo intarneetarraa argate qofaan guddisee gosoota kophee biyya alaatii galan hambisuuf galma godhatee hojjechaa jira.

Yeroo jalqabaaf haala itti yaadni kophee hojjechuu dhufeef yoo himu ''kophee tokko biteen booda dizaayinasaa jibbe. Gatii waanin itti baaseef gatuurra maaliif diigee akkan barbaadutti hin hodhu jedhe'' jedha.
Via BBC Afaanoromoo

Erga hidhattoonni Filisxeeem gaafa Sanbata haleellaa raawwataniin booda lammiileen Isaraa'el 500 ajjeefamaniiru jedhe mi...
08/10/2023

Erga hidhattoonni Filisxeeem gaafa Sanbata haleellaa raawwataniin booda lammiileen Isaraa'el 500 ajjeefamaniiru jedhe miidiyaan biyya keessaa.

Lakkoosi namoota du'aniis sa'atii 24 keessatti akkaan dabale.

Ministeerri Fayyaa Gaazaa Filisxeemoonni 313 ajjeefamuufi kanneen 2000 ol tahan madaa'uu himeera.

Suuraa- Reuters

Celebration of Oromo Irecha at Hora Finfine, Ethiopia 🇪🇹
07/10/2023

Celebration of Oromo Irecha at Hora Finfine, Ethiopia 🇪🇹

📍Lesotho🇱🇸
07/10/2023

📍Lesotho🇱🇸

Address

Imam Ahmed
Harar
IMAMAHMED

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Eastern Oromia New posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Eastern Oromia New:

Share