13/03/2026
, dhiifama gaafadhu, Istigfaara heddummeessi, firummaa jabeessi, towbaa kee yeroo biraatti dabarsuu dhiisi!
✍️Barreeffama kana dubbistee xumuruu dhabuu dandeessa... ykn xumurtee dagachuu dandeessa...
Garuu hanga bakka kanaa yoo dubbiste ta'e waan salphaa miti.
Tarii kun xalayaa keessan waan tokko jijjiiruuf isinitti dhufe ta'uu danda'a!
🌟 Amma mallattoo kee as jalatti dhiisi... Subhaan Allah jedhi, araarama kadhadhu, Rasuula صلى الله عليه وسلم irratti salawaata buusi.
❤️ Yaada irratti "Like" cuqaasuu ykn "Yaa Rabbi katmii/ xumura keenya bareechi" jechuun barreessuudhaaf duubatti hin jedhinaa... comment qofa yoo ta'ellee, tarii qalbii xiyyeeffannaa hin qabne deebisee jiraachisa waan ta'eef.
🔁 Share waliif godhaa... sababa gaabbii nama tokkoo ta'uu mala.
Mu'ee Islamic oromoo official