bullee barii arguuf

bullee barii arguuf Alhamdlilah As geenye

05/09/2026

Nepal 🇳🇵 golf

Odeeffannoo haaraa➡️ Ayuub Bu'aadiin jijjiirraan inni Liil irraa gara Maanchister Siitiitti taasisu sadarkaa xumuraa irr...
01/08/2026

Odeeffannoo haaraa

➡️ Ayuub Bu'aadiin jijjiirraan inni Liil irraa gara Maanchister Siitiitti taasisu sadarkaa xumuraa irratti argama. Waliigalteen isaas hanga 2031tti kilabicha keessa kan isa tursu ta'a. [-NicoloSchira]

➡️ Fulhaam Tiyaagoo Piitaarchiin mallatteessifachuu ni barbaadu. [Marca]

➡️ Arsenal miidhama Salibaa hordofee taphataa sarara ittisaa mallatteessifachuu barbaada. [David Ornstein]

➡️ Lukaas Horniikeek gara Niwukaastilitti

HERE WE GO!

Niwukaastil Yuunaayitid akka karra eegaa haaraatti Biraagaa irraa Horniikeekiin mallatteessifachuuf waliigalteerra ga'aniiru.

Gatiin keeyyata gadi lakkisuu (release clause) paawundii miliyoona 25 hojii irra oolee jira. Karra eegaan genna 24 Cheek Ripaabilik akkuma eegame Niwukaastilitti ni makama.
[Fabrizio Romano]

➡️ PSG 'n Miikaa Goodtsiin Ayaaks irraa mallatteessifachuuf marii eegale. [Fabrizio Romano]

30/07/2026

👇👇👇👇👇👇

Address

Harari
Harar

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when bullee barii arguuf posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to bullee barii arguuf:

Shortcuts

Share