Kurriftuu odeeyfanno

Kurriftuu odeeyfanno kurriftuun ija maddaa ti. Odeffano saffisa, sirri, fi waqtaawa kennu dha kaayyon keenya.

Odeeyfannoolee saffisoo Dhimmoota akka



fi
fi irratti ni kennina.

29/11/2024
31/07/2024

https://youtu.be/FDpPZOKvLtw

Nyd de videoer og den musik, du holder af, upload originalt indhold, og del det hele med venner, familie og verden på YouTube.

Qilleensa irraan wal baradhaa.Gaazexeessi gameessaa fi hangafni Jafer Ali duruu fixe. Sagantaa gabaabdxuu takkaan jechoo...
11/05/2024

Qilleensa irraan wal baradhaa.

Gaazexeessi gameessaa fi hangafni Jafer Ali duruu fixe. Sagantaa gabaabdxuu takkaan jechoota miidhagaan waa'ee jimaa irratti

👉yaadota barmaatiitii hamma Qorannoo Saayinsii addunyaatti
👉 ilaalcha hawaasummaatii hamma dhiibbaa Dinagdeetti
👉 Hawaaja keeysa jiru hamma gosoota Jimaatti

Odeeffannoo ajaa'ibaa ragaa waliin akkatti qindeeysee ture.

27/12/2023

Siidaan Shakiiraa osoo mudhii sochoostuu mul'isu bocame ifa ta'e

Siidaan meetiirraa dalagame kuni magaalaa itti dhalatte, Baaraankijaatti bakka maatiin isheefi kantiibaan magaalichaa argamanitti eebbifame.

Siidaan weellistuu Kolombiyaaf dhaabate kuni 6.5m dheerata. Mudhii ishee yeroo sochoostuufi wallee ‘Hips Don't Lie’ jedhamurratti daran beekamu mul’isa.

Barreeffamni siidaa jala barraa’e hojii aartii wallee ishee kanaaf jaja.

Namoota waa’ee ishee baruu barbaadanii baay’inaan intarneeta gubbaa soqan keessaa tokko akka taate dhaabbati Googel ibseera.

Weellistuun kuni ji’oota muraasa darban himannaa taaksii waliin dhahuufi waa’ee abbaa warraa ishee duraanii kan weellisteen ijoo dubbii taateetti.

Walleen isheen Yuutubii gubbaa riikardii cabseera.
Suuraa: AFP

Address

Harar

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kurriftuu odeeyfanno posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Kurriftuu odeeyfanno:

Share

Category