Nibras Bakri page

Nibras Bakri page Namoota miira gaariin akka sitti
dhagahamu hin goone gadi dhiisuun
homaa rakkoo hin qabu.๐Ÿคทโ€โ™‚๏ธ
โค๏ธโ€๐Ÿฉน I Love you oromoo ๐Ÿงโ€โ™‚๏ธ๐Ÿ’–

๐Ÿšจ| BREAKING: Mohamed Salah on the ๐๐„๐๐‚๐‡ for the Champions League quarter-final second leg vs PSG.Could be his final appe...
14/04/2026

๐Ÿšจ| BREAKING: Mohamed Salah on the ๐๐„๐๐‚๐‡ for the Champions League quarter-final second leg vs PSG.

Could be his final appearance for Liverpool in the competition.

๐ŸŸ  ๐—ง๐—ฎ๐—ฝ๐—ต๐—ฎ  ๐—ฑ๐—ฒ๐—ฒ๐—ฏ๐—ถ๐—ถ ๐—ฐ๐—ต๐—ฎ๐—บ๐—ฝ๐—ถ๐—ผ๐—ป๐˜€ ๐—น๐—ถ๐—ถ๐—ด๐—ถ๐—ถ ๐—ต๐—ฎ๐—ฟ๐—ฟ๐—ฎ ๐—ด๐—ฎ๐—น๐—ด๐—ฎ๐—น๐—ฎ ๐˜€๐—ฎ'๐—ฎ๐—ฎ๐˜๐—ถ๐—ถ 4:00 ๐—ถ๐—ฟ๐—ฟ๐—ฎ๐˜๐˜๐—ถ,  ๐——๐—ถ๐—ฟ๐—ฟ๐—ฒ๐—ฒ ๐—š๐˜‚๐—ฑ๐—ฑ๐—ถ๐—ฐ๐—ต๐—ฎ ๐—”๐—ก๐—™๐—œ๐—œ๐—Ÿ๐—— ๐—ถ๐—ฟ๐—ฟ๐—ฎ๐˜๐˜๐—ถ ๐˜๐—ฎ๐—ฎ๐˜€๐—ถ๐˜€๐—ฎ๐—ป๐—ถ๐—ถ๐—ป, ๐—ด๐—ฎ๐—ฟ...
14/04/2026

๐ŸŸ
๐—ง๐—ฎ๐—ฝ๐—ต๐—ฎ ๐—ฑ๐—ฒ๐—ฒ๐—ฏ๐—ถ๐—ถ ๐—ฐ๐—ต๐—ฎ๐—บ๐—ฝ๐—ถ๐—ผ๐—ป๐˜€ ๐—น๐—ถ๐—ถ๐—ด๐—ถ๐—ถ ๐—ต๐—ฎ๐—ฟ๐—ฟ๐—ฎ ๐—ด๐—ฎ๐—น๐—ด๐—ฎ๐—น๐—ฎ ๐˜€๐—ฎ'๐—ฎ๐—ฎ๐˜๐—ถ๐—ถ 4:00 ๐—ถ๐—ฟ๐—ฟ๐—ฎ๐˜๐˜๐—ถ, ๐——๐—ถ๐—ฟ๐—ฟ๐—ฒ๐—ฒ ๐—š๐˜‚๐—ฑ๐—ฑ๐—ถ๐—ฐ๐—ต๐—ฎ ๐—”๐—ก๐—™๐—œ๐—œ๐—Ÿ๐—— ๐—ถ๐—ฟ๐—ฟ๐—ฎ๐˜๐˜๐—ถ ๐˜๐—ฎ๐—ฎ๐˜€๐—ถ๐˜€๐—ฎ๐—ป๐—ถ๐—ถ๐—ป, ๐—ด๐—ฎ๐—ฟ๐—ฒ๐—ฒ๐—ป ๐—ธ๐—ฒ๐—ฒ๐—ป๐˜†๐—ฎ ๐— ๐˜‚๐—ฑ๐—ต๐—ถ๐—ถ ๐—ต๐—ถ๐—ฑ๐—ต๐—ฎ๐˜๐—ฎ๐—ป๐—ถ๐—ถ ๐—ธ๐—ฎ'๐—ฎ๐—ป๐—ถ๐—ถ๐—ฟ๐˜‚. ๐—ค๐—ฒ๐—ฒ๐—ฟ๐—ฎ๐—ป๐˜€๐—ถ ๐—”๐—ฎ๐—ฟ๐—ถ๐—ถ ๐—ต๐—ถ๐—ป ๐—ฑ๐—ฎ๐—ป๐—ฑ๐—ฒ๐—ฒ๐—ป๐˜†๐—ฒ ๐—ฆ๐—ญ๐—ข๐—•๐—ฆ๐—ญ๐—Ÿ๐—”๐—œ ๐—ก ๐—ช๐—ฎ๐˜†๐—ถ๐—ถ๐—ป ๐—ก๐—ถ ๐—บ๐—ผ๐—ผ๐—ป๐—ฎ, ๐˜„๐—ฎ๐˜†๐—ถ๐—ถ๐—ป ๐—ป๐—ถ ๐—ฑ๐˜‚๐˜‚๐—ป๐—ฎ ๐—๐—ฒ๐—ฐ๐—ต๐—ฎ๐—ฎ ๐—ท๐—ถ๐—ฟ๐—ฎ.

๐— ๐—ถ๐—ถ๐—ฑ๐—ถ๐˜†๐—ฎ๐—ฎ ๐—ณ๐—ถ ๐—ซ๐—ถ๐—ถ๐—ป๐˜…๐—ฎ๐—น๐˜๐—ผ๐—ผ๐—ป๐—ป๐—ถ ๐—ž๐˜‚๐—ฏ๐—ฏ๐—ฎ๐—ฎ ๐—บ๐—ถ๐—ถ๐—น๐—น๐—ฎ๐—ฎ ๐—ฏ๐—ฎ๐—ฎ๐˜†๐˜†๐—ฒ๐—ฒ๐—ป, ๐—Ÿ๐—ถ๐˜ƒ๐—ฒ๐—ฟ๐—ฝ๐—ผ๐—ผ๐—น ๐—ฃ๐—ฆ๐—š ๐—ฑ๐—ฎ๐—ป๐—ฑ๐—ฎ'๐—ฒ๐—ฒ ๐—ต๐—ถ๐—ป ๐—œ๐—ป๐—ท๐—ถ๐—ณ๐—ฎ๐˜๐˜‚ ๐—ท๐—ฒ๐—ฐ๐—ต๐—ฎ๐—ฎ ๐—ท๐—ถ๐—ฟ๐˜‚.

ISIN HO ๐—Ÿ๐—ถ๐˜ƒ๐—ฒ๐—ฟ๐—ฝ๐—ผ๐—ผ๐—น ๐—”๐—ธ๐—ธ๐˜‚๐—บ๐—ฎ ๐—œ๐˜€๐—ฎ๐—ฎ๐—ป๐—ถ๐—ถ ๐—”๐—ฏ๐—ฑ๐—ถ๐—ถ ๐— ๐˜‚๐—ฟ๐—ฎ๐˜๐˜๐—ฎ๐—ป๐—ถ๐—ถ ๐—Ÿ๐—ถ๐˜ƒ๐—ฒ๐—ฟ๐—ฝ๐—ผ๐—ผ๐—น ๐—›๐—ถ๐—ป ๐—บ๐—ผ'๐—ฎ๐˜๐˜‚ ๐—ท๐—ฒ๐—ฐ๐—ต๐—ฎ๐—ฎ ๐—ท๐—ถ๐—ฟ๐˜๐˜‚๐—บ๐—ผ, ๐—”๐—ธ๐—ธ๐˜‚๐—บ๐—ฎ ๐—ค๐—ฒ๐—ฒ๐—ฟ๐—ฟ๐—ฎ๐—ป๐˜€๐—ฎ ๐—ธ๐—ฒ๐—ฒ๐—ป๐˜†๐—ฎ ๐—ฆ๐˜‡๐—ผ๐—ฏ๐—ผ๐˜€๐˜‡๐—น๐—ฎ๐—ถ ๐— ๐˜‚๐—ฟ๐—ฎ๐—ป๐—ป๐—ผ๐—ผ ๐—ณ๐—ถ " ๐˜†๐—ผ๐—ผ๐—ธ๐—ฎ๐—ฎ๐—ป ๐—ป๐—ถ๐—บ๐—ผ๐—ผ๐—ป๐—ฎ ๐˜†๐—ผ๐—ผ๐—ธ๐—ฎ๐—ฎ๐—ป ๐—ป๐—ถ ๐—ฑ๐˜‚๐˜‚๐—ป๐—ฎ" ๐—ท๐—ฒ๐—ฐ๐—ต๐—ฎ๐—ฎ ๐—ท๐—ถ๐—ฟ๐˜๐˜‚. ๐—”๐—ป๐—ถ ๐—ด๐—ฎ๐—ฟ๐˜‚๐˜‚ ๐˜๐—ฎ๐—ฝ๐—ต๐—ฎ ๐—ต๐—ฎ๐—ฟ๐—ฟ๐—ฎ๐—ฎ ๐—ฎ๐—ธ๐—ธ๐—ฎ ๐—ถ๐—ป๐—ท๐—ถ๐—ณ๐—ฎ๐—ป๐—ป๐˜‚ ๐—ป๐—ฎ๐˜๐˜๐—ถ ๐—ฑ๐—ต๐—ฎ๐—ด๐—ฎ๐—ต๐—ฎ๐—บ๐—ฎ๐—ฎ๐˜๐—ถ๐—ถ๐—ป ๐—ท๐—ถ๐—ฟ๐—ฎ.
๐—œ๐˜€๐—ถ๐—ป #๐—บ๐—ฎ๐—ฎ๐—น๐—ท๐—ฒ๐˜๐˜๐˜‚๐—บ๐—ฒ?

  ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ  ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญbalaa makiinaa guyyaa arraa Ebla 5/2018 Godina Harargee Bahaa Aanaa  Gooroo Guutuu Magaalaa Baroodaatti balaa ti...
13/04/2026

๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ
๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ
balaa makiinaa guyyaa arraa
Ebla 5/2018 Godina Harargee Bahaa Aanaa Gooroo Guutuu Magaalaa Baroodaatti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 10 darbe.

Balichaan hanga ammaa lubbuun namoota 10 yoo darbuu namoota baay'ee irra miidhaan cimaa fi salphaan qaqqabee Jira.
๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ
@

Gaafa akkanatti duguuggaa sanyii namaatiin raawwadha jedhee dhaadatu kana dhaabbileen idil addunyaa fi biyyoonni yeroo b...
07/04/2026

Gaafa akkanatti duguuggaa sanyii namaatiin raawwadha jedhee dhaadatu kana dhaabbileen idil addunyaa fi biyyoonni yeroo biroo seera addunyaa (International Law) namatti faarsaa oolan kan akka UN, fi kkf eessa jiranโ“

  gubbaan isa haguuggamee tapha   fi   waliin taasisaniif qophiidha.  ๐Ÿ’ช๐Ÿซ…๐Ÿคด
07/04/2026

gubbaan isa haguuggamee tapha fi waliin taasisaniif qophiidha.

๐Ÿ’ช๐Ÿซ…๐Ÿคด

โœด๏ธShaampiyoonsi liigii Awurooppaa walakkaa xumuraaf darbuuf morkii torbee kanaa. โœด๏ธKiibxata โ˜‘๏ธ04:00 Ispoortiing.   [ vs ...
06/04/2026

โœด๏ธShaampiyoonsi liigii Awurooppaa walakkaa xumuraaf darbuuf morkii torbee kanaa.
โœด๏ธKiibxata
โ˜‘๏ธ04:00 Ispoortiing. [ vs ]Arsenaal
โ˜‘๏ธ04:00 R.Maadriid. [ vs ]B.Miyuunik

โœด๏ธRoobii
โ˜‘๏ธ04:00 'PSG ' [ vs ]Liivarpuul
โ˜‘๏ธ04:00 Baarselonaa [ vs ]A.Maadriid

๐ŸฅฐKilaboota keessaniif torbee milkii hawwe

Barana kamtu mirgaan gala jettumee โœ๏ธ

Nibras Bakri page follow godhaa โœ…

๐Ÿ’ฅDhaadannoo  Donald J. Trump- Kibxatni boruu Iraaniif guyyaa dhumaati.- Riqichaa fi humna ibsaa isaaniif ni balleessina ...
06/04/2026

๐Ÿ’ฅDhaadannoo Donald J. Trump
- Kibxatni boruu Iraaniif guyyaa dhumaati.

- Riqichaa fi humna ibsaa isaaniif ni balleessina yoo Iraan waan gochuu qabdu hin goone.

- Iraanii barbadeessaa jirra, yoo isaan harka kennachuu didan biqiltuuwwan buufatni humna aannisaa ykn riqichi isaanii isaaniif hafu hin jiru

- Waan gochuu qaban yoo godhan waraanni dafee dhumuu dandaโ€™a.

โ€ข Why did you not say goodbye to   on Social Media?๐Ÿ—ฃ๏ธ  : "It was a difficult moment because I was playing many games but...
06/04/2026

โ€ข Why did you not say goodbye to
on Social Media?

๐Ÿ—ฃ๏ธ : "It was a difficult moment because I was playing many games but with few minutes. Every manager has their own things, and maybe we did not connect well."

"But I learned a lot, I reflected, and now I am an improved person."

Sa'aatii 24 keessatti dooniiwwan 15 Ulaa Hormuuz keessa darban- IraanFinfinnee, Bitooteessa 28, 2018 (FMC) โ€“ Sa'aatii 24...
06/04/2026

Sa'aatii 24 keessatti dooniiwwan 15 Ulaa Hormuuz keessa darban- Iraan

Finfinnee, Bitooteessa 28, 2018 (FMC) โ€“ Sa'aatii 24 keessatti Dooniiwwaan addunyaa 15 Iraan irraa eeyyama argatan ulaa Hormuuz keessa darbuun gabaafame.

Ammallee dooniwwaan % 90 ta'an,carraa ittin ulaa kana keessa qaxxaamuran eeggataa jiru.

Humni Galaanaa Korporeeshinii Eegdota Warraaqsa Islaamaa dooniwwaan akka darban taasifamullee keessumaa kan Ameerikaa fi Israaโ€™el waliin hidhata qabaniif, โ€œgonkumaa haala duraan tureetti hin deebiโ€™uโ€ jechuun ibsan.

Ministira Dhimma Alaa Iraan Abbaas Araagaachi dabalatee qondaaltonni Iraan daandiin doonii barbaachisaan kun akka hin cufamne, garuu ''biyyoota diinummaa qabaniif'' qofa akka cufame irra deddeebiin mirkaneessaniiru.

Gama biraatiin ammoo qondaaltonni fi miseensonni mana maree Iraan dooniiwwan ulaa kana fayyadaman irratti kaffaltii geejjibaa kaaโ€™uu akka dandaโ€™an kaasuu BBCโ€™n gabaaseera.

Iraan Dooniwwan Faransaay, Afrikaa Kibbaa, Iraaqii fi Paakistaan ulaa Hormuuz keessa akka darban eeyyamuun kan yaadatamuudha.

FMC Afaan Oromoo

๐Ÿ’ฅ  !๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น๐Ÿค๐Ÿ‡ฎ๐Ÿ‡ทIraan ๐Ÿ‡ฎ๐Ÿ‡ท gaaffii hulaa galaana Itoophiyaa ๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น deeggarte. Iraan akka jatteetti eejjannoon mootummaan Iraan   Itoo...
05/04/2026

๐Ÿ’ฅ !
๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น๐Ÿค๐Ÿ‡ฎ๐Ÿ‡ท
Iraan ๐Ÿ‡ฎ๐Ÿ‡ท gaaffii hulaa galaana Itoophiyaa ๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น deeggarte.

Iraan akka jatteetti eejjannoon mootummaan Iraan Itoophiyaan akka hulaa galaanaa argattuudha jachuun imaammata ishee beeksiste jirti...
Itiyoophiyaatti Ambaasaaddarri Iraan Alii Akbar Raazaanii Itiyoophiyaan karaa nagaa karra galaanaa argachuuf tattaaffii taasisaa jirtuuf deeggarsa qaban ibsanii jiru.

Ambaasaaddarichi gaaffiifi deebii Raadiyoo Ahaad waliin taasisaniin, guddinni dinagdee biyyattii fi guddinni baayโ€™ina ummataa karra galaanaa seenuun barbaachisaa taโ€™uu ibsanii jiru.

mootummaan dhimma kana karaa dippilomaasiin furuuf kutannoon qabu tasgabbii fi walitti hidhamiinsa naannichaaf buโ€™aa guddaa qaba jedhan.

Iraan ๐Ÿ‡ฎ๐Ÿ‡ท waliin fuulduurri keenya ifaadha...!!
Nibras Bakri page

 !Guyyaan eeyba kitaaba CALLEE CITTEE ifoomee jira.Kitaabni Asoomaa Callee Citte kan dargaggoo Ahmed Mohaammed Roobaatii...
21/12/2025

!
Guyyaan eeyba kitaaba CALLEE CITTEE ifoomee jira.
Kitaabni Asoomaa Callee Citte kan dargaggoo Ahmed Mohaammed Roobaatiin katabame daadarkaa fii bu'aa bahii hedduu booda harka dubbiftootaa gahuuf kurfiilee isaa xumuratee guyyaa eeybaa qofa eeggachaa jira.
Kitaabni Asoosamaa โ€˜Callee Citteโ€™ guyyaa sabtii ykn Sanbataa gaafa guyyaa 25/4/2018 ykn January 3/2026 Magaalaa Harar Galma Walgahii Waajjira Bulchiinsa Godina Harargee Bahaatti ganama zaโ€™aa 2:30 irraa eegalee bakka aangaโ€™oonni mootummaa, Haayyoonni Yuuniversitii Haramayaa, Abbootiin Gadaa , Artistoonni, fii Hawaasni bal'aan arkamanitti bifa ajaa'ibaatiin ni eeybifama. Kanaaf ilmaan Oromoo biyya keeysa jirtan sagantaa bareedduu tanarratti hirmaattanii qooda Ogbarruu Oromoo tinnisuu akka baatan kabajaa fii jaalalaan isin gaafanna.
Muddee 25,2018 ykn January 3 wal arkaan teenya Magaalaa Harar ,Galma walgahii waajjira Bulchiisa Harargee Bahaatti haa tahu.
Nurraa hin hafinaa!

Address

Harar

Telephone

+251921268410

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Nibras Bakri page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share