Calanqoo Calii

Calanqoo Calii Calanqoon lafa Seenaati. Odeeffannoo Waaytawaa argachuuf nu hordofaa
Page kana Follow godha
Oromoo

20/03/2026

ለመላው የእስልምና እምነት ተከታዮች እንኳን ለዒድ አል ፈጥር በዓል በሰላም አደረሳችሁ፡፡

20/03/2026

Mortuun otuma mortuu nuti hojiirra jirra!

10/03/2026
10/03/2026
27/02/2026

Badhaadhina filachuun injifannoowwan galmaa'aa jiran itti fufsiisudha!

01/01/2026
31/12/2025

Wishing all our friends and partners a Happy New Year as the global community rings in 2026!

Remember, you’re 8 years younger though when you 🇪🇹

Harargee BahaaGargaaramtummaa Irraa Gara Oomishtummaattii!!Godina Harargee Bahaa Aanaa Mayyuu Mulluqqee Keessaattii  Kun...
17/10/2025

Harargee Bahaa

Gargaaramtummaa Irraa Gara Oomishtummaattii!!

Godina Harargee Bahaa Aanaa Mayyuu Mulluqqee Keessaattii Kunuunsii Omishaa Qonnaa Buusaa Gonofaa Taasifama Jira.

21/09/2025

Keenya Oluma!👏👏
= = = = =
"Mirga Itoophiyaan hulaa galaanaa argachuuf qabdu ni deeggarra” Pirezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheek Mahammud

Itoophiyaan karaa nagaafi dippilomaasiin hulaa galaanaa argachuuf qabdu ni deeggarra. Fedhiin hulaa galaanaa haammattoo seeraa idiladdunyaa keessatti haaraa miti; biyyi kamiyyuu hanga seerota idiladdunyaafi waliigalteewwan ardii kabajetti, faayidaasaa eegsisuuf maloonniifi adeemsawwan beekamoon inni ittifayyadamuu danda’u jiru jechuun dubbataniiru.

Itoophiyaan karaalee seera qabeessa kanniiniifi dippiloomaasii yoo hordofte milkeessuu akka dandeessu abdii qabna; nideeggarras.
Kana irrattis ejjennoon Somaaliyaa dhaabbataafi ifaadha jedhaniiru.

Address

Harar

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Calanqoo Calii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Calanqoo Calii:

Share