Chala Shafi

Chala Shafi Websites

Congratulations gurraacha qureeshi
20/09/2025

Congratulations gurraacha qureeshi

09/07/2025

Waan Hojjattu keessatti Rabbiin si haa gargaaru
Utubaa siif haa tahu

06/07/2025

Gaafa fuutuu fi Gaafa duutuus Rabbiin NASIIBA sihaa toolchu!

05/07/2025

Risqii Balloo Sitti Kennee
Fuula Namaa Dhaabbachu
Irra Si Haa Duroomsuu!🤲

02/07/2025

Balaa ati quba hin qabne tan yoo dhufte jiruuf jireeyaa kee balleeysitu
RABBIIN sirraa haa qabu

27/06/2025

Fuula kee qulqulleessuuf saamuna 🧼, ilkee 🦷 tee qulqulleessuuf Rigaa fayyadamta, Qalbii tee qulqulleessuuf ammoo Qur'aana.

Jechoota barattoonni guyyaa eebba isaanii Matseetii irratti barreeffatan baayyee natti tola. Mee Jechoota barattoonni ee...
23/06/2025

Jechoota barattoonni guyyaa eebba isaanii Matseetii irratti barreeffatan baayyee natti tola. Mee Jechoota barattoonni eebbifaman waraqaa yaadannoo eebbaa(Matseetii) isaanii irratti barreessan keessaa kamtu isinitti tola? Kanneen armaan gadii kana keessaa kamtu isinitti tole? Kanaan ala Kan biraa kan isinitti tole yoo jiraates comment jalatti barreessaa 👇❣️🙏

1. Bu'aa ba'ii baay'ee ba'een bu'aan ba'e.
2. Silaa dhumuu baate dhumne
3. Qoraan baay'ee fixus bilchaateera.
4. Tun tanaa tuun ganaa.
5. Kufee ka'een kutee ba'e
6. Dararaa hedduu booda Daraaraa harkaan qabatu
7. Affeelameen affeerame.
8. Kun tokko kaanis gaaf tokko.
9. Jilbeenfadheen bilcheefadhe!
10. Firii koos fira koos argeera
11. Digrii tokko argachuufan digiri 360 naanna'e
12. Akkaa durii fi harkaa xuriitin hin hafanii
13. Miidhameen miidhage
14. Kan eessaa geessa sin jedhutu baga geesse siin jedha
15. Waan gabaa irra jirutti osoo hin taane, mul'ata nu keessa jiru dhiyeessuuf dhalanne!
16. Thank you, Mom and Dad!
17. Rakkinni haa rakkatu.
18. "Namni barate na haa ajjesu" mucaan jette sun qophaa'i dhufaan jiraa.
19. Boriif jedheen booruu dhuge.
20. Kaayyood okkoluun caba miti.
21. Akka taanu taanee lafa barii galle jette Xaddeen
22. Ka'umsaa koo laaltee hedduu kofalte ga'umsa koo laaltee baga leeyyaate.
23. Obey ALLAH first, success will be next
24. Ciniinnadhee Ciniine
25. Hixxannan na qabachisee
26. Abdiin cite ciisee late.
27. Dhugaan hin qallatti malee hin cittu
28. Booyyee waraanamee dugdatti eeboo baatu;nama abdii kutee oliifi gadi kaatu jalaa gorii
29. Murraan ciiswe late
30. Oduun odaa hin jigsu.
31. Kan hafe Isin ammoo Itti guutaa.....

24/03/2025

Yaa Rabbi Warra Baatii tana keessa milkaawurraa nu taasisi!🤲🤲🤲

24/03/2025
21/03/2025

"Yaa Gabricha kiyya! Soomana kee sirraa Qeebale, Kadhaa teetis siif Awwaadhe" yaa Rabbi nuun jedhi 😢

Address

Gurawa
Harar
2173

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Chala Shafi posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share