Muree Lookoo

Muree Lookoo Rabbighfir warham wa-anta khairur rahimeen🤲
(1)

31/10/2025

Waantonni ulfeessine ilaallu tokko,miti ulfaataa
Jecha namaan kan guddifame malee,daanga hin darbamne sitti hin fakkaatiin in darbamaa.

30/10/2025

Obsa jaalalaan makame qabaadhu !

30/10/2025

👉Gaqabaa namaa olqabaa Rabbii isiniif hagodhu ilaahin!!!

29/10/2025
25/10/2025

Bakka hundatti Akka Daamaa mi'aawi, akka Sh*ttoo Urgaawi🤲

23/10/2025

👉Amumatti furmaatan sihaadhaqabu ilaahin! Aamiiiiiiiiin ja'i
👉Rabbiin Rakkote nibeekaa!!!

23/10/2025

Karoora fi Rizqii siduraa faffacaate Rabbin walitti siif haqabu🤲

20/10/2025

Jireenya nagaa kan argattu gaafa Rabbiin abdattedha. Al'hamdulillah🤲

Address

Bedeno
Harerge

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Muree Lookoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Muree Lookoo:

Share