Alamuddin Usman

Alamuddin Usman 12345thank for all the muslim

✍️Kan deemeef Rabbiin rahamaata ha godhuf ✍️kanjiruuf sabrii ha kannuuf
25/01/2025

✍️Kan deemeef Rabbiin rahamaata ha godhuf
✍️kanjiruuf sabrii ha kannuuf

    Obbo   bulchaa gandaa qerensaa lencaa kan turee yeroo ammaa bulchaa magalaa facatuu tahuun muudamanii jiruu  !!!    ...
04/01/2025



Obbo bulchaa gandaa qerensaa lencaa kan turee yeroo ammaa bulchaa magalaa facatuu tahuun muudamanii jiruu
!!!

Mr. who was the governor of Qerensa Lencaa village has been appointed as the current governor of Facatuu town.
!!!

    Dargaggoo   I/G/Liigii Dargaggoo Aanaa Fadis kan ture yeeron amma Bulchaa Ganda Bokko ykn magaala bokko tahun mudaan...
04/01/2025



Dargaggoo I/G/Liigii Dargaggoo Aanaa Fadis kan ture yeeron amma Bulchaa Ganda Bokko ykn magaala bokko tahun mudaaniru bara huji gaari jennan Dargaggoo ijaarsa biyya kessatti gahee leenca bahacha tureedha
!!!

Youth who was I/G/Youth League of Fadis District has been appointed as the Governor of Bokko Village or Bokko Town
!!!

03/01/2025
 Wal-barnoota Hoggansaa, Gamaaggama Hojiifi Kallattii fuula duraa. ≈≈≈≈≈≈≈≈≈≈Mudde 25/2017 Aanaa Fadisitti Riiformii kor...
03/01/2025


Wal-barnoota Hoggansaa, Gamaaggama Hojiifi Kallattii fuula duraa.
≈≈≈≈≈≈≈≈≈≈
Mudde 25/2017 Aanaa Fadisitti Riiformii koree qindeessaa taasifame ilaalchisee Sagantaan wal barnootaa Hoggansa Aanichaa fi Gamaaggama Raawwii hojii hanga ammaa fi kallattiin hojii fuula duraa bakkaa Bulchaa Bulchiinsa Aanaa Fadiis Kabajamoo Obbo fi I/G Paartii Badhaadhina Aanaa Fadis Kabajamoo Obbo Akkasumaas Bakka Koree Qindeessaan Aanichaa Argamanitti mariin, gamaaggamni Hojii Ijaarsaa siyaasaa fi Misoomaafi Nageenyaa bal'aan erga gaggeeffameen booda kallattiin hojii fuula duraa kennuudhaan xumuramee jira.
✍️ Leadership Learning, Performance Review and Future Directions. ≈≈≈≈≈≈≈≈≈≈ December 25/2017 Fadis District Leadership Learning Program and Performance Review so far and future directions in place of the Governor of Fadis District Administration Hon The meeting was attended by the I/G of the Badhaadhina Party of Fadis District, Mr. and the District Organizing Committee.

  Bulchaa Bulchiinsa Aannaa FadisKabajamoo   tahuun guyyaa har’aa yoo mudamu Kabajamoo Mohammed Arif Haaji Abduqaadir I/...
02/01/2025


Bulchaa Bulchiinsa Aannaa Fadis
Kabajamoo tahuun guyyaa har’aa yoo mudamu Kabajamoo
Mohammed Arif Haaji Abduqaadir I/Gaafatamaa Paartii Badhaadhinaa Damee Aanaa Fadis tahuun mudamee jira.
bara hojii Gaarii Isinif haa ta’u jennaan!

Hon. has been appointed as the Governor of Fadis District Administration while Hon. Happy working year to you!

01/01/2025

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Sh Xayyar Abdalla, Qeroo Daraa

✍️  Wantoonni sadi  sammuu keenya keessa haa jiraatuu: Du’a jalaa miliquun akka hin jirre, Addunyaa kanarra Raahaan qoft...
23/12/2024

✍️ Wantoonni sadi sammuu keenya keessa
haa jiraatuu:
Du’a jalaa miliquun akka hin jirre,
Addunyaa kanarra Raahaan qofti akka hin jirre, dubbii ilma namaa jalaa nagaya bahuun akka
hin jirre.
Rabbiin kanuu baasi jadhu duraa kanubaasi jadhuun wajjiin fatanaa cufa jalaa nuhaa baasu.

✍️ Let three things be in our minds: That there is no escape from death, that there is no Rahan alone in this world, that there is no escape from the words of man. May Allah save us from all temptations with the first

✍️ ሦስት ነገሮች በአእምሮአችን ይኑር፡- ከሞት ማምለጥ እንደሌለበት፣ በዚህ ዓለም ውስጥ ራሃን ብቻ እንደሌለ፣ ከሰው ቃል ማምለጥ እንደሌለበት። አላህ ከፈተና ሁሉ ያድነን በመጀመሪያው ካኑባሲ።

Qondaaltoonni WBO sochiilee misooma Naannoo Oromiyaa daawwatanFinfinnee, Sadaasa 25, 2017 (FBC) -Waliigaltee nageenyaa t...
04/12/2024

Qondaaltoonni WBO sochiilee misooma Naannoo Oromiyaa daawwatan

Finfinnee, Sadaasa 25, 2017 (FBC) -Waliigaltee nageenyaa taasifame booda jilli qondaaltota WBO hojiilee misoomaa Naannoo Oromiyaa bakka garaagaraatti argamu daawwataniiru.

Jillichi sochiilee Dhaabbiilee misooma Mootummaa fi dhuunfa Naannoo Oromiyaa bakka addaa addaatti argamu daawwachuu ittifufuun,Paarkii Indaastirii AMG Holding, Waldaa Aksiyoona Jabduu Motors, Dhaabbata Maxxansaa Meelbaafi sochiilee misoomaa kan biroo daawwachuu ragaan Waajjira Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaarra argame ni mul’isa.

WBO officials visit development activities in Oromia Region Finfinnee, March 25, 2017 (FBC) -A delegation of WBO officials visited development activities in various parts of Oromia Region after the peace agreement. The delegation continued to visit AMG Holding Industrial Park, big Motors Joint Stock Company, Melba Publishing House and other development activities.


ODUU GAMMACHIISAA.*****************Ustaz Jemal Aliyi Abdula akkuma kana duraa ammaas seenaa biraa galmeeysee jira.Makiin...
01/12/2024

ODUU GAMMACHIISAA.
*****************
Ustaz Jemal Aliyi Abdula akkuma kana duraa ammaas seenaa biraa galmeeysee jira.
Makiinaa ammayyaawaa tahe kana Aalima biyyaa Bukhaarii ammaa kan tahan bitanii guyya 2 booda harkaan gahuuf qophirra jira. Sheek jamaal Aliyyiitifi warra hojii tana keeysaa harka qabu hunda rabbiin haa milkeeysu.

Warra ulamaa'ii ifii kabajee kabachiisu, jaalatee jaalachiisu, warra galata isaanii beeku rabbiin nu haa taasisu.
Rabbiin Arjummaa isaatiin isa tiksee isponsara Konkolaataa Ulamaa'oota Itoophiyaa rabbiin isa haa godhu
Jemal Aliy Abdula 🙏👏❤️

Qoricha “RELIEF” jedhamu hawaasni akka hinfayyadamne akeekkachiifame Qoricha seeraan alaa “RELIEF” jedhamu fayyadamuurra...
24/11/2024

Qoricha “RELIEF” jedhamu hawaasni akka hinfayyadamne akeekkachiifame

Qoricha seeraan alaa “RELIEF” jedhamu fayyadamuurraa hawaasni akka of qusatu Abbaan Taayitaa Nyaataa fi Qorichaalee Itiyoophiyaa akeekkachiise.

Abbaan taayitichaa akeekkachiisaa baaseen qorichi seeraan alaa kun elementoota fayyaarraan miidhaa geessisuu danda’an akka qabu eeruun, faayidaaf akka hinoolle hubachiiseera.

Qorichichi gabaarratti bal’inaan dhiyaataa jiraachuu fi Abbaa Taayitichaan kan hingalmoofne ta’uun, qulqullinni, nageenyummaa fi bu’aa qabeessummaan isaa hinbeekamu jedheera.

Fedhii nyaataa dhabuu, teessisaa, dhukkubbii garaa, ol tuttuqaa, guraaruu, hirriba dhabuu, dadhabbii, sirriitti arguu dhabuu, raatessuu, dhukkubbii mataa, rakkoo gogaa, inzayimoonni tiruu dabaluu fi yeroo dheeraaf yoo fayyadaman miidhamuu kalee kan hordofsiisu ta’uun miidhaalee cinaa qorichichaa ta’uu ibseera.

Akkasumas carraa rakkoo tiruu, kalee, onnee , dhibbaa dhiiga sadarkaa olaanaa hamaan qabamuuf kan saaxilu danda’u ta’uu qorannoon mirkanaa’uu ragaan Abbaa Taayitichaarraa argame ni mul’isa.

Hawaasnis kana hubachuun qoricha kana fayyadamuurraa akka of qusatuu fi qorichichi faayidaaf wayita oolu yoo arge karaa toora bilbila bilisaa 8482’n bilbiluun abbaa taayitichaas ta’ee qaamolee to’annoof eeruu akka kennan waamicha dhiyeesseera.
Maddi👉FBC (Fana Broadcasting Corporate S.C.)

✍️The Food and Drug Authority of Ethiopia (FDA) has warned the public against the use of the illegal drug “RELIEF”. The authority issued a warning that the illegal drug contains elements that can be harmful to health. The drug is widely available in the market and is not registered by the Authority, he said, adding that its quality, safety and effectiveness are unknown. Side effects include loss of appetite, seizures, nausea, vomiting, dizziness, insomnia, fatigue, blurred vision, nausea, headache, skin problems, increased kidney enzymes and liver damage if used for long periods of time 'uu explained. It also increa

08/11/2024

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Aliyyi Shukkari Abdulle, Gebi Aman

Address

Usmaanalamuddin498@gmail. Com
Harer

Telephone

+251949884916

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Alamuddin Usman posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Alamuddin Usman:

Share