Mohammed Aliyi

Mohammed Aliyi Yeroo aduu dugda gubbaa, yeroo fixeensaa garaa jala. Jaalalli aayyoo kiyyaa naaf hin galle " jette ilmoon Jaldeessaa.✨

26/08/2026
26/08/2026

Aayyoo too Guddee Aayyoo Aayyaa Artisti Fandishee Mul'ata 💚💚
AFRAN QALLO Go Fug Yourself

Nama Haraawee hin dhaqqintuu farshoo haraamii ja'aa Maanguddoo Hayyuu Oromoo bishaan qulqulluu dhugaa jechuun bakka bish...
25/08/2026

Nama Haraawee hin dhaqqintuu farshoo haraamii ja'aa Maanguddoo Hayyuu Oromoo bishaan qulqulluu dhugaa jechuun bakka bishaan jirutti Filannoon bishaanii Jira 👻 🤔

💚 Baga Wal Fuutanii!Gaa’ila ilma Oromoo, Obbo Cherintee Harriffo, intala warra Tigraayii wajjiin bultii ijaarrachuun isa...
25/08/2026

💚 Baga Wal Fuutanii!

Gaa’ila ilma Oromoo, Obbo Cherintee Harriffo, intala warra Tigraayii wajjiin bultii ijaarrachuun isaa “Political Marriage” jedhamee ilaalamuu danda’a. 😄💚

Baga wal fuutanii, bro! 🎉❤️

Garuu shamarraan Oromoo hoo? 🤷‍♂️😂 Isin eessaa jirtu Isin? Yookaan jaboonni keessan qalbii shamaroota saboota biroo hawwatee, isaan waliin jireenya ijaarrachaa jiru? 🤩💚

Jaalalli daangaa hin qabu jechuu dha moo?

💚❤️ 😭

25/08/2026

Address

Ahmed Imam, Jerso Weroda, East Hararghe
Harer

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mohammed Aliyi posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Mohammed Aliyi:

Shortcuts

Share