FUGUG Times

FUGUG Times FUGUG Times is an independent news website relating to politics, identity, human rights and social justice of Oromo nation in general and Fugug in particular.

22/02/2026

Aadam Diimaa Part 9

22/02/2026

Aadam Diimaa Part 8

22/02/2026

Aadam Diimaa Part 7

22/02/2026

Aadam Diimaa Part 6

22/02/2026

Aadam Diimaa Part 5

22/02/2026

Aadam Diimaa Part 4

22/02/2026

Aadam Diimaa Part 3

22/02/2026

Aadam Diimaa Part 2

22/02/2026

Aadam Diimaa Part 1

22/02/2026

AADAM DIIMAA/DIINA RAAS

Gootni Gooroon Fugug, diida Niinniitii biqilee Oromiyaa guutuuf falme kun Aadam Ahmad Alii jedhama. Irra caalaa garuu Aadam Diimaa ja'amuun beekkama. Diina Raas immoo maqaa inni diina Oromoo guddittii wayyaaneerratti qabsaawee isaan girgireeysee kophuma isaa raasuun moggaafameef ture. Maqaa isaa kan qabsooti jechuudha. Qabsoo keessatti imaltuu qabsoo kan juuza duraa hidhannoo muraasaan lolee lolchiisee agaazii harcaasee injifannoo galmeeysaa ture.

Aadam Diimaa bara 1976 Naannoo Oromiyaa Godina Harargee Lixaa, Aanaa Doobbaa, Gand Alii Xiqqaa, Araddaa Jannataatti dhalatee guddate. Seenaan isaa kitaaba guddaadha.


Address

Oromia
Harer

Opening Hours

Monday 07:00 - 22:30
Tuesday 07:00 - 22:30
Wednesday 07:00 - 22:30
Thursday 07:00 - 22:30
Friday 07:30 - 22:00
Saturday 08:30 - 22:30
Sunday 08:30 - 22:30

Telephone

+251938304163

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when FUGUG Times posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share