Gutema Dha

Gutema Dha Allah, Be All That I Love. اللهم اجعلني كل ما أريد

11/03/2026

♦️Nama hunda jaallachuun dirqamaa miti, nama hunda kabajuun garuu namummaadha.

♦️Humna kee nama ittiin miidhuuf osoo hin taane, miidhaa namarraa ittisuuf fayyadami.

06/03/2026

Namni hin milkooftu siin jedhe hundi gaaf tokko "baga gammadde" siin jedha.

Gutema Dha

25/02/2026

"Namni sirriin of irraayis jaalala sii qabsiisa."

Gutema Dha

25/02/2026

Namoota xixinnoo irraa amanamummaafi kabajaa hin eegiin.
Safuufi kabajaan laphee namoota rakasaa keessa hinjiru.

24/02/2026

"Kophaa Ta'uun Yoo Sitti Tolee Baga Gammaddee jireenyii Siif Galeera."

Gutema Dha

23/02/2026

Aduun lixxu hundi jireenya kee irraa guyyaa tokko kan fudhatu yoo ta'u, aduun baatu hundi garuu abdi dabalataa siif keenniti.

22/02/2026

Namni bosona keessatti si dhiisee deeme waraabessi maal si godhe jedhee sii gaafachuu mirga hin qabu.

Gutema Dha

21/02/2026

Rabbiin nuti kadhannaa keenyaa dafee hin deebisnee
jennu isumaa yeroo nuti badii hojjenne dafee nun
adabneedha.

21/02/2026

With Jaalataa Ahammad – I just got recognized as one of their top fans!

20/02/2026

"Enyuu waaliin kolfite akka taphatee dagachuu dandeessaa garuu enyuu waaliin boochee akka hasooytee dagachuun ni ulfaata."

20/02/2026

Callisuun sagalee qaba, garuu Nama hubachuu danda'u barbadaa!

Gutema Dha

19/02/2026

"Kophaa koo jira jette hin yaadiin inni dhukkubbii keessaa keetti sif beekuu ALLAHAN yeroo hunda si wajiin jiraa."

Address

Haramaya
Harer

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gutema Dha posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share