Maya Sports

Maya Sports Oduu Ispoortii Balliinaan ni argattu

12/06/2026

Watch, follow, and discover more trending content.

12/06/2026
Ali Ahmed🇨🇦Ilmi Oromoo Dhalataan Canada Maatii Harargee irraa madde Waltajjii Dirree kubbaa waancaa Addunyaa irraa tapha...
12/06/2026

Ali Ahmed🇨🇦
Ilmi Oromoo Dhalataan Canada Maatii Harargee irraa madde Waltajjii Dirree kubbaa waancaa Addunyaa irraa taphachaa jira.! Utuu Habashaa tahee yoo median kun dhimma isaa qofa dubbata ture! Maalumaafuu milkaa’i jennaan! 😍💪🏻

page kanaas follow godhanii amuma guddisaan

Waancaa Adunyaa Qatar 2026 Tapha baniinsaa irratti Kaardii Diimaa sadii kennamuun bayyuun Kaardii Diimaa Waancaa Adunyaa...
12/06/2026

Waancaa Adunyaa Qatar 2026 Tapha baniinsaa irratti Kaardii Diimaa sadii kennamuun bayyuun Kaardii Diimaa Waancaa Adunyaa Qaxar fi Raashiyaatti dhiyaate jira.
Waanca Adunyaa 2026 tapha 1 qofan Kardii Diimaa 3 kenname
Waancaa Adunyaa Qatar 2022 waluma galatti Kaardii Diimaa 4 qofatu kenname
Waancaa Adunyaa Raashiyaa 2018 waluma galatti Kaardii Diimaa 4 qofatu kenname
Waancaa Adunyaa Mexico 1970 waluma galatti Kaardii Diimaan tokkoolleen hin kennamne.

12/06/2026

Baarseloonaan kaaroraa isaani hin jijjiirre Madrid €150 milliyoona Atlético’f dhiyeesse.

📝 Oduu kana comment jalqabaa irratti dubbisaa 👇

゚viralシ

48 teams, one dream. FIFA World Cup 2026 has begun. 🙌
12/06/2026

48 teams, one dream. FIFA World Cup 2026 has begun. 🙌

🚨 Cristiano Ronaldo's Portugal flys to USA! 🇵🇹 ゚viralシ    ゚
12/06/2026

🚨 Cristiano Ronaldo's Portugal flys to USA! 🇵🇹

゚viralシ ゚

Which African team do you think will be first to lift the football ⚽ World Cup?
12/06/2026

Which African team do you think will be first to lift the football ⚽ World Cup?

Brazil  line up🟡 Matheus Cunha STARTS.🔵 Gabriel and Marquinhos at the back.🟡 Lucas Paqueta spearheads the midfield.We ha...
12/06/2026

Brazil line up
🟡 Matheus Cunha STARTS.
🔵 Gabriel and Marquinhos at the back.
🟡 Lucas Paqueta spearheads the midfield.
We have news of Brazil's starting XI to take on Morocco after team news latest. 🇧🇷

゚viralシ ゚

Address

Harar
Harer
DIREDAWA

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Maya Sports posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Maya Sports:

Share