28/02/2023
"Eeyba kitaaba Harka ibiddaa" 🥰
Kitaabni "harka ibiddaa" guyyaa 26/6/2015 jechuunis guyyaa Alhadaa/sanbata guddaa magaalaa kaarramilleetti haala hoo'aa ta'een ni eebbifama. Hawaasni maagalattii fi naannoo sanii akkasumaas keessummoonni akka nuuf argamtan kabajaan afeeramtanii jirtu 🙏🙏.
Deemsi itti fufa ✊✊