Suleyman Yusuf Oro

Suleyman Yusuf Oro Education page

 'uufi diimachuu ji'aa‼️Guutummaa Itoophiyaatti gaaddiddaa'uufi diimachuun ji'aa mul'ateera.Har'a galgala sa'aatii 12:28...
07/09/2025

'uufi diimachuu ji'aa‼️

Guutummaa Itoophiyaatti gaaddiddaa'uufi diimachuun ji'aa mul'ateera.

Har'a galgala sa'aatii 12:28 yeroo lafti ji'a haguuguu jalqabderraa eegalee gaaddiddaa'uun akkasumas sa'aatii 2:30tti diimachuun mul'ateera akkasumas gaaddiddaa'uu gartokkeen sa'aatii 5:55 irratti mul'achuun xumurama.

Gaaddidduun ji'aa kun Itoophiyaan ala biyyoota Afrikaa biroo, Awustiraaliyaafi Eeshiyaa kutaalee muraasatti nimul’ata jedhamee eegama.

Gaaddiddaa'uu Ji'aa Diimaa(Qaammee 2/2017)Itiyoophiyaatti Kusuufummaan/Gaadiddaawuun Baatii mul’achaa jira.Guyyaa har’aa...
07/09/2025

Gaaddiddaa'uu Ji'aa Diimaa
(Qaammee 2/2017)

Itiyoophiyaatti Kusuufummaan/Gaadiddaawuun Baatii mul’achaa jira.

Guyyaa har’aa sa’aatii 12;30 kaasee lafti Baatii daadayeessuu isheetiin gaaddidduun kuni mul’achuu eegale.

Sa’aatii 2;30 kan eeggamu gaaddidduun baatii ykn halluu dhiiga fakkaatuun kan uwwifameedha.

Gaadidduun kun Itiyoophiyaan alattis biyyoota Afrikaa gara biroo,Eeshiyaaf Awustiraaliyaattis akka mul’atu raagameera.

dhugaa fi waqtaawadhaaf
Website: https://jirraamedianetwork.tv/or
Facebook: https://web.facebook.com/jmnafaanoromoo
Youtube: https://www.youtube.com/
Tiktok: https://www.tiktok.com/.afaan.oromoo
Telegram: https://t.me/JMNAfaanOromoo
Whatsapp: https://shorturl.at/Aeyny
JMN Jijiiramaaf Hojjeta!

Address

Hirna
0929

Telephone

+251915024135

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Suleyman Yusuf Oro posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Suleyman Yusuf Oro:

Share