Fugug/hararge press

Fugug/hararge press Waloloofi oduulees ni argattu kana malees wantoota dinqisiisoofi nama bohaarsaniis jira

31/08/2024

What's on your mind ? 🤔 🤔

15/04/2022

Osoo lubbuu tantee
Akka duutu beeytee
Arruma jiraachuukee
Sila yoo hubattee

Jireenyi addunyaa kun
Maal hiikaa siif qabaa
Meeqaatu akka tasaa
Guyyatti lubbuu dhabaa

Silaa bar ni yaaddaa
Gaarii namaaf ooluu
Isa beelaan oole
Beelumaanis buluu

Harka harmee qabdee
Ishee rakkoo baaftaa
Namaa sii gadiitis
Toltuu itti ooltaa

Addunyaan dhumtuudhaa
Dhagayi yaa nama koo
Hiyyeessa gargaarree
Haa baafnuu mee rakkoo!سالدين

Address

Hirna

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Fugug/hararge press posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Fugug/hararge press:

Share