Jalaalaa Onnee

Jalaalaa Onnee π½π‘Žπ‘™π‘Žπ‘™π‘Žπ‘Žπ‘“ π‘€π‘Žπ‘™π‘’π‘’ π‘—π‘–π‘π‘π‘Žπ‘Ž β„Žπ‘–π‘› π‘žπ‘ŽοΏ½ A....B... Jennee kaanaa
Kanumaan jalqabnaa
Afaanuma keenyaan katabnee dubbisnaa...πŸ’”
(2)

22/07/2025

Kufaatii Nama biraa irratti gonkumaa hin kolfin.

Yeroon maal siif qabatee dhufaa akka jiru hin beektu.

14/07/2025
12/05/2025


β€œKaleessa xiqqeessuu, har’a arbeessuufi boru sodaachuu dhiisuun seenessi waloo ijaarama”
-Doktar Miratuu Shaanqoo
****
Gaazexaa Bariisaa

Dhalootni har’aa idaa seenessaa kaleessa abbootiirraa dhaaleen cubbuusaa malee yakkamaa, liqaa malee idaa kaffalaa jira.

Seenaan gaarummaasaarraa barachuun gadhummaasaa sirreessuun riqicha fuulduratti tarkaafachiisu ta’ee osoo jiruu madda waldhabbii badii lubbuufi mancaatii qabeenyawwan hedduutiiff sababa ta’eera.

Otoo seenaafi aadaan hunda walfakkeessu jiruu seenessa garaagarummaa bal’isurratti xiyyeeffachuun boqonnaa ammayyuu hingoolabamneefi hojii manaa hinxumuramne ta’eera.

Idaa seenessaafi haala jireenya dhaloota har’aa ilaalchisee Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataatti Ministir De’eetaa Ittiwaamamaan Mootummaafi miseensi mana marichaa Doktar Miratuu Shaanqoo turtiin Gaazexaa Bariisaa waliin taasisan akka armaan gadiitti dhiyaateera.
Bariisaa: Maalummaa seenessaa haala qabatamaa......

Guutummaasaatiif

https://press.et/oromifa/2025/05/10/kaleessa-xiqqeessuu-hara-harbeessuufi-boru-sodaachuu-dhiisuun-seenessi-waloo-ijaarama-doktar-miratuu-shaanqoo/

06/04/2025

Wantoota hedduu rabbiif dhiisanii taa'uu kheessa ngy jachaan hin ibsamneetu jira!

Address

πƒπ’π«πžπž πƒπšπ°πšπš 𝐓𝐨 π…π’π§πŸπ’π§π§πžπž
Hirna
2529

Telephone

+251914954903

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jalaalaa Onnee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Jalaalaa Onnee:

Share