Tofiqo Bulcha

Tofiqo Bulcha An oromodba kanidblae oromiyadba

08/08/2025

Waliin Anying Pertin – Reefu deeggartoota isaanii ka’aa jiran keessaa tokko ta’uun beekamtii argadheera! πŸŽ‰

30/07/2025

Qoricha | Abbaa Manaa Ishee Ajjeese!
β”β”β”β”ββœ° βœ°ββ”β”β”
❏ Guyyaa tokko intalli tokko gaa'ela ishee irraa abdii kutattee abbaa manaa ishee ajjeesuu barbaaddee halkan utuu yaadduu bultee barii isaa akkamitti akka namni tokko utuu ishee irratti hin beekin ajjeesuu dandeessu fala barbaacha gara harmee ishee deemte, harmee ishee bira deemtee marii jalqabde, haati ishees "Utuu namni tokko sirratti hin beekin karaa itti ajjeesuu dandeessu sittan hima garuu atis dursa wanta gochuu qabdutu jira..."

➨ : Jalqaba abbaa manaa kee waliin araaramuu qabda. Sababni isaas otuu dubbiin isin gidduu hin jiraatin yoo du'e namni situ ajjeese jedhee si shakka.

➨ : Of qulqulleessitee abbaa manaa keetti miidhagduu bareedduu taatee argamuu qabda.

➨ : Kunuunsa gaarii godhiifi; kabaja kenniif waan ati isatti yaadde akka si hin shakkineef.

➨ : Obsiitii taa'i! Jaalala kenni! Hinaaffaa/waanyoo kee hir'isi! Waan inni dubbatu gurra kenniifi dhaggeeffadhu!

➨ : Maallaqa si harka jiru hundumaa utuu hin hambisin, isa gammachiisuuf godhi!

➨ : Eenyumtuu ajjeeste jedhee akka hin yaadne sagaleen mormisiisu hin dhaga'amin! Jechi nagaa fi jaalalaa qofti afaan kee keessaa haa ba'u hamma ajjeestu qofatti.

Qabxiiwwan 6n kana hojiirra oolchi jettee haati intala ishee kana gorsite.
β—ˆ Intallis "rakkoo hin qabu harmee isa akkan itti ajjeesuu
danda'u qofa haa ta'u malee" jette intalli.
β—ˆ Haatis "yoo akkas ta'e maal akka gochuu dandeessu sittan hima sirriitti na dhaggeeffadhu!" jette haati.
β—ˆ Intallis sirriti hordofuu eegalte.
β—ˆ Haati "summii kana nyaata isaa keessa guyyaa guyyaadhan xixiqqeessi kaa'i! suuta suutan dadhabsiisee ajjeesa" jettee haati summii kana intala isheef kennite.

β—ˆ Intallis gammadaa summii kana fudhattee gara mana isheetti qajeelte akkuma haati ishee gorsitetti qabxiiwwan 6n kana hojjechaa summicha nyaatatti makuun abbaa manaa isheef kennuu jalqabde baatii booda boo'aa gara haadha ishee dhuftee,...

❍ "Harmee amma abbaa
manaa koo ajjeesuu hin fedhu baay'ee jijjiiramee jira anillee jaalalli isaaf qabu guyyuma guyyaan dabalamaa dhufe maaloo harmee koo summiin suni akka inni abbaa manaa koo na duraa hin ajjeefne maal
gochuun qaba....?

❍ Isa malee jiraachuu hin danda'u" jettee intalli kun boo'uu itti fufte haatis:

β—ˆ Mucaa koo hin boo'in kan ani siif kenne summii miti sukkaara tumamaa dha garuu summiin qabxiiwwan 6n ani siif kenne sanadha isatu suuta suuta abbaa manaa kee ajjeese.

❍ Agartee mitii jaalalaa fi kunuunsa yeroo ati kennituufi akkamitti akka inni nama gaarii ta'e. Kanaaf intala koo kana irraa baradhuuti haadha manaa gaarii ta'iifi" jettee haati intala isheef dhaamte!!!
Waan Guddaa Akka Irraa Barattan Abdii Guddaan Qaba
Waliif Qoodaa

➦ Gαℓαтσσмαα!!!
Ξ₯єʀσσ GΞ±Ξ±Κ€ΞΉΞΉ

~Share

29/07/2025
29/07/2025

Numajira

25/07/2025

Yarabii nuqajelch

18/07/2025
17/07/2025

Sochi

24/03/2022

Oromo

Address

Hirna

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Tofiqo Bulcha posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share