Badhaadhina Abbaa Biyyaa

Badhaadhina Abbaa Biyyaa Back bon of ppt

Bulchiinsa Magaalaa Hirnaa  barnoota bulchiinsa magaalaa Hirnaa 🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆ODUU injifannoo Bulchiinsa magaalaa Hirnaa   G...
13/02/2024

Bulchiinsa Magaalaa Hirnaa
barnoota bulchiinsa magaalaa Hirnaa
🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆
ODUU injifannoo Bulchiinsa magaalaa Hirnaa

Guraandhala 5/2016
Gareen bulchiinsa magaalaa Hirnaa har'aas Raajii hojjateera
Tapha kubbaa miilaa guyyaa har'aa garee Waldorgommii shaampiyoonaa ispoortii manneen barnoota sadarkaa sadarkaa Godinatti gaggeeffameen bulchiinsi magaalaa Hirnaa 4-3tti Hawwii Guddinaa moo'uun Abbaa badhaasa Geebaa ta'eera. Taphni guyyaa har'aa kuniis xumura dorgommii shaampiyoonaa manneen barnootaa oromiyaa waliin dorgomuuf taasifame waan ta'eef bulchiinsa magaalaa Hirnaa dorgommii sadarkaa naannootti manneen barnoota naannoo waliin taasifamu irraattis akka sadarkaa Godina hararghee lixaatti darbuu danda'eera
Carraa gaarii isiniif haa ta'u

22/10/2023

!
Rakkoo qaala'insa gabaatiin ummatarraa ga'uu hambisuuf homishaalee garagaraa gatii madaalawaa ta'een ummaataaf dhiyeessuun baayyee murteessadha!

Onkololeessa 11/2016-Godina Harargee Lixaa, Bulchiinsa Magaalaa Hirnaatti gabaan sanbata guddaa (sunday market) guyyaa har'aa oomisha garagaraa gatii madaalawaan dhiyeessuun bittaa gurgurtaan gaggeeffamaa ooleerra.
Hawaasni gabaa sanbataa kanaanis homisha duraan gatii olkaa'aa ture yeroo ammaa gabaa sanbata guddaa kanatti homisha gatii madaalawaa ta'een bittachaa jiraachuu dubbatu.

 !Rakkoo qaala'insa gabaatiin ummatarraa ga'uu hambisuuf homishaalee garagaraa gatii madaalawaa ta'een ummaataaf dhiyees...
22/10/2023

!
Rakkoo qaala'insa gabaatiin ummatarraa ga'uu hambisuuf homishaalee garagaraa gatii madaalawaa ta'een ummaataaf dhiyeessuun baayyee murteessadha!

Onkololeessa 11/2016-Godina Harargee Lixaa, Bulchiinsa Magaalaa Hirnaatti gabaan sanbata guddaa (sunday market) guyyaa har'aa oomisha garagaraa gatii madaalawaan dhiyeessuun bittaa gurgurtaan gaggeeffamaa ooleerra.
Hawaasni gabaa sanbataa kanaanis homisha duraan gatii olkaa'aa ture yeroo ammaa gabaa sanbata guddaa kanatti homisha gatii madaalawaa ta'een bittachaa jiraachuu dubbatu.

Address

Hirna

Telephone

+251935633031

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Badhaadhina Abbaa Biyyaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Badhaadhina Abbaa Biyyaa:

Share