
19/04/2025
Maatii harka qalleeyyiif
Namoota kanaan dura Ayyaanarratti deeggaraa turreef guyyaa kaleessaa waan Ayyaanaan oolan gumaachineerraaf.
Namoota muraasa hafanis guyyaa har'aa ni deeggarra.
Eyasu Lemma
Shooraa C Geda
Caalaa Taaddasaa Ta
Birish Regasa
Deva Ũ Oro Man
Tilahun Dandesa Daba
Tamirat C Regessa
Zawudee Nagaash Duumessoo
Debela Tolera Tola
Galatoomaa!!
Warren namoota deeggaruuf yeroof humna keessan aarsaa taasistan Galaanaa KN Badhaasaa fi Galataa BM Jabeessaa galatoomaa. Hojii gaarii hojjachuun matuma ofiitiifi.