
06/06/2025
?????????????????????????????????????????
(waaqaa)ti.
Saamiinsa qabeenya Oromoo biyya baqaa keessa jiranii ilaalchisee, Namni jedhamu isponsara Biyya kanaadaa isiniif xumursiisee biyya baqaa keessaa gara Canada isin fuudha jechuun qabeenya guddaa Baqattoota irraa bakka Ragaan Sagalee fi viidiyoon jirutti walitti qabatee Sana booda itti gabbifachuu fi biyya keessatti qabeenya hiyyeessaatiin ivest gochuu jalqabe.
Nama kana manguddootaan Qabeenya baqattootaa kana gaafatanii turan,Innis qabeenya kana nan deebisaaf jechuun waadaa galee ture,garuu waadicha osoo hin guutin hafee hiyyeeyyiin ilmaan oromoo namoota 200 oltahan biyya baqaa keessatti dararaa hammaataa keessa jiran jechuudha.
Kanarraa ka'uu saamamtoonni Abbaa Gadaa Harargee bahaa Obbo himatanii turan.
Abbaa gadaa Abdurazaaqis Osoo dhimma miidhamtootaa kana tasumaa yaada keessa galchee namticha maallaqa hiyyeessaa saamee invest itti godhaa jiru waliin hanga fedhhu bashannanee quufee, haqa hiyyeessaa Ibsaa bushraa waliin bishaan obaasee erga haajaa isaa guuttatee gara biyyaatti deebi'e.
Kanaaf dhimma kana yaada keessa galchitanii Sababa abbaan gadaa dhimma kana qaama saame waliin tahee bishaan obaasuu filateef gumiilee gurguddoon Shanan Oromoo heeraan yakkaa irraa nuuf fuutanii qabeenya ilmaan oromoo kutaa 11n keessaa booyaa jiranii baastanii imimmaan irraa haquu keessan feena.
Maxxansa itti aanurratti Ragaa Suursagaleen isin biraa geenya.
Haqa namaa waliin nyaanna jedhanii yaaduun abjuu Hirriibaati.
gochuun walbiraan gahaa Oromoo.