24/05/2026
Ololaa Namoonni dantaa dhunfaa isaanii egsifachuuf qofaaf hawwasaa keenya Mattuu irrattii banee jiru Dura dhabbachuun dirqamadha.Filannoo Marsaa 7ffaa gaggeeffamuuf jedhu kana akka waan hawwasni keenya mattuu mootummaa kana waliin diina tahee,Akka waan Uummatichi Qabsoo mootummaa kana fiduuf taasifame keessaa qoodaa hin qabnee taasisuuf waan godhamaa jirudha.kanuma gidduu galessaa godhachuun filannoo kanaan Mattuun Ilma isaa Filatee Mootummaa Of gidduudhaa balleessa kan jedhuu Olallii ofaamuu itti yaadamee Ummatichaa fi Mootummaa isaa walitti buusuuf kan yaadamee fi Ummatichaa mooggatti dhiibuuf karoora taahedha.Garuu hawwasni keenya mootummaa isaa dhiigaan fide,Filatee utubuun miti akka barbaachisummaa isaatti Dhiiga isaa DHAN galasee,tikfachuuf Hawwasa murannoo gootummaa guddaa qabudha.
Xuxxuuqqaan Iluu fi Mootummaa gargar baasuuf godhamuu dhabbachuu qaba.Ummanni Keenyaa bakka bu'aa mootummaa isaa filachuuf qophiidha,
Holollii Kamil shamsu Partiitu dabarse filadha jedhamaa jiru fudhatama hin qabu.