BENYA Ibnu Dalel Arfasa KING

BENYA Ibnu  Dalel Arfasa KING Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from BENYA Ibnu Dalel Arfasa KING, Talent Manager, Read, Jimma.

DEPARTMENT OF MY BUSINESS
management
QAABENYA WAALALA IRRAA
BEEKUMSA HIYYAA WOYYA
Hiriyyaa Gaafa kolfa ilkan addeesse
Sitti fiiguu guyyaatti 1000 horraachu salphaa dha

22/10/2025

GUNNERS MOOTII KUBBAA MIILAA

Deemiiti, abbaa barbaadde irratti xeebi. Kun Arsenal dha, fi miti. Abbaa feetutti .

Gurbichi keenyi, guyyaa tokkotti garee maraatichaa, Diyaagoo Simoonee irratti galchii lama obaase. Galchiin afur daqiiqaa 13 qofaa itti fudhata. Argiteetta mitii? Set-Pieces tiin karra saaqxee, open goolii kee oomishta.

Arsenaal irratti galchii tokko lakkoofsisuu jechuun, gaara Kilimaanjaroo irra bahuu jechuu dha. Arsenal irratti Atileetikoo Maadriid yaalii kallattii ishee eeggatte, 'N target' 1 qofaa yaale. Arsenal 'On Target' 7 taasise keessaa, 4 galchiitti jijjiiree jira.

Walumaagalatti garee Mikeel Arteettaatiin guddaa boonna. Galchii 4:0 jechuun maal jechuudha? Akka jettee Diyaagoo Simooneetti naa himtu, "Galchiiwwan kee afur waraabbadhuutii Madrid keetti galii, Arteettaan si kabaja malee sin sodaatuu, maal akka sirratti hojjetan ni beekuu, 'Mootiin Set-Pieces Arsenal' dha" ittiin jedhiiti dhaamsa kana ittiin naa gahaa. Deeggartootni Liverpool nagaan bulaa.

Galchii lamaa ol Arsenal ni galcha jedhee hin yaadne. Kan yaades waan jiru miti. Garee akkamii akka ta’e hubachuu qabda.

North London Forever 🔴⚪

Kilabiin Kubbaa Miilaa Arsenaal gareewwan kubbaa miilaa piroofeeshinaalaa Ingilaandi keessatti milkaa'inaafi beekamoo ta...
24/09/2025

Kilabiin Kubbaa Miilaa Arsenaal gareewwan kubbaa miilaa piroofeeshinaalaa Ingilaandi keessatti milkaa'inaafi beekamoo ta'an keessaa isa tokko. Teessoon isaanii Landan yoo ta'u, maqaa ijoollee "The Gunners" jedhamuun kan waamaman yoo ta'u, kunis ka'umsa isaanii akka garee hojii hojjettoota warshaa meeshaa waraanaa ta'uu isaaniif mataa ol qabachuudha.
Odeeffannoowwan ijoo waa'ee kilabichaa gabaabinaan kunooti:
Seenaa
* Hundeeffame: Bara 1886, jalqaba irratti Dial Square jedhamuun, hojjettoota warshaa meeshaa waraanaa Royal Arsenal Woolwich, London keessatti argamuun.
* Istaadiyeemii: Manni seena qabeessa kilabichaa Istaadiyeemii Arsenaal yoo ta'u, bara 1913 hanga bara 2006tti achitti taphataniiru.
Waancaa fi Bu'aa ba'ii
Arsenaal seenaa kubbaa miilaa Ingilizii keessatti waancaa injifachuun sadarkaa sadaffaa irratti argama.
* Liigii Biyya keessaa: Waancaa 13 (bara "Invincibles" bara 2003-04 dabalatee, duula Piriimiyerliigii guutuu osoo hin mo'amin hafe).
* Waancaa FA: Rikardii yeroo 14 galmeesse.
* Waancaa Liigii: yeroo 2.
* Waancaa Awurooppaa: Waancaa mo'attoota waancaa Awurooppaa tokko (1994) fi waancaa Inter-Cities Fairs (1970) tokko injifataniiru. Shaampiyoonsi Liigii Awrooppaa (2006) fi Liigii Awurooppaa (2000, 2019) irrattis sadarkaa lammaffaa ba'aniiru.
Istaadiyeemii Ammaa
* Maqaa: Istaadiyeemii Emirates
* Bakki: Holloway, Landan
* Dandeettii: 60,000 ol, istaadiyeemii kilaboota gurguddoo Ingilaandi keessaa tokko taasiseera.
Taphattoota Beekamoo fi Dorgomtoota
* Taphataan Goolii Rikardii: Tiyeerii Heenrii
* Baay'inaan Mul'atan: Deevid O'Leary
* Dorgommii Ijoo: Darbii Kaaba Landan morkattoota isaanii ciccimoo Tootinaam Hootspar waliin.
Iskuwaadii Ammaa
Gareen amma kilabichaa taphattoota akka:
* Goolii eegdota: Daawiit Raayaa, Keepaa Arrizabaalagaa
* Taphattoota sarara ittisaa: Wiliyaam Saaliibaa, Been Waayit, Gabri'eel Magalhães
* Taphattoota sarara gidduu: Maartiin Ødegaard, Declan Rice, Kai Havertz
itti fufa.....

24/09/2025

Dr Zakir Naik dhukkubsatee Hoospitaala seene jedhame. Dr Zaakiir haqummaa fi dhugummaa amantii Islaamaa ragaan deeggaree nama dhiyeessuu fi namoota miiliyoonotaan lakkaawaman akka karaa dhugaa qabatan godhaa goota turee dha.

Dhibeen isaan dhibaman ibsamuu baatus ammaaf Hoospitaala guddaa biyya Maaleezhiyaa keessatti yaalamaa akka jiru himameera. Rabbi hatattamaan isaan haa fayyisu. 🤲🤲

23/09/2025
11/09/2025

Address

Read
Jimma

Telephone

+251993777411

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when BENYA Ibnu Dalel Arfasa KING posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to BENYA Ibnu Dalel Arfasa KING:

Share

Category