Boriifan

Boriifan Allah is my God

24/04/2024

ODUU DURII GORSA MURTEESSAA OF KEESSAA QABU 🐦🐦🦜🐦🐦🦜🦜🐦
°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°
Shimbirroo fi Namicha.
===============
Gaafa Tokko Namichi Simbirroo Qabe Jedhama.
👍Simbirroon na gadhiisi Waan Jajjabduu Sadii Sitti Himaa Jetteen.
•Hayyee! Natti Himi Jedheen
●wantoonni sadeen:-
1) Waan Harkaa Qabdu Jabeessi
2) Waan Darbetti hin Gaabbin
Jettee Lamaan kana eega itti himteen booda, kan sadaffaa yoo ati gadi na dhiiste sitti hima jetteen.

👍Hayyee!, Jedhee Gadi dhiise.
•Barriftee Mukarra teesse. Sadaffaan Akkasi jettee itti himte.
3) Waan sitti himan Yaadadhu jetteen.
•osoo Waan Sitti Himan Yaadattee "Waan Harka Qabdu Gadi Hin Dhiistu" Jettee bira Barrifte jedhan.

Waan Kana Sadeen Hin Dagaatina!
===========
👉waan Harkaa Qabdu Jabeessi.
👉Waan Darbetti Hin Gaabbini.
👉Waan Sitti Himan Yaadadhu.
🐥🐦🐣🐤🐓🐔🕊️🦜🐦🦩🦩

24/03/2024

Follow to follow
Back to back
Review to review
Promote your page

24/03/2024

I NEED 1k follow
follow to FOLLOW black ❤️‍🩹📌

26/02/2024

Waan Rabbii jabeesse maaltu laaffisuu danda'aa?

25/02/2024
18/02/2024

Follow to Follow friends

18/02/2024

Follow to Follow

Back 100% 🤝❤️

Yoo Hiyyeessa taate....👉Hiyyummaan bakka siif hin malle nama dhaabdi.👉Hammam dhugaa yoo qabaattes kan si dhagahu hin jir...
15/02/2024

Yoo Hiyyeessa taate....

👉Hiyyummaan bakka siif hin malle nama dhaabdi.
👉Hammam dhugaa yoo qabaattes kan si dhagahu hin jiru.
👉Haga fedhe haqa yoo qabaattes kan siif beeku hin jiru
👉Miidhama kee,rakkina kee caalaa dogoggora keetu namatti muldhata.
👉Namni keessaa bahuu dandeessa jedhee yaadanis haa tahu humnaan si jajjabeessu muraasa.
👉Nama dhaggeeffachuu dhiisii ofii kee of onnachiisii hiyyummaa mo'achuuf hojjedhu.
👉Karoora yoo qabaatte,xiqqoo irrraa kaatee hojjechuu yoo dandeesse hiyyummaan dhaalaan kennamu hin jiru injifachuu dandeessa.

Address

Jimma

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Boriifan posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Boriifan:

Share