Gadaa Daily News

Gadaa Daily News Kaayyoon Page kanaa odeeffannoo waytaawaa fi sirrii ta'e akkasumas beekumsa hubannoo uuman dhugaarratti hundaa'uun hawaasaaf qooduudha.

Siyaasaa feete deeggari, Ejjannoo feetes qabaadhu, Feetu miidhamaas ta'i, Kaayyoo siyaasaa rakasaa galma hin geenye lubb...
20/06/2022

Siyaasaa feete deeggari, Ejjannoo feetes qabaadhu, Feetu miidhamaas ta'i, Kaayyoo siyaasaa rakasaa galma hin geenye lubbuu hawaasa qulqulluurratti qumaara taphachuun galmaan gahuuf yaaduun gowwummaa qofa osoo hin tahin DOOFUMMAADHA.

11/02/2022

SUBSCRIBE My YouTube Channel . Thank You For Your Appreciation.Kaayyoon Guddaan Heran Abdi Tube- Odeeffannoo Waqtaawaa Dhugaarratti Hundaa'a...

02/02/2022
02/02/2022

Warri siyaasaa ummata Oromoo hogganna jattan Oromummaa ganamaatti deebi'aatii wal sirreeffadhaa. Achi booda ummata hogganuun salphaadha.

Send a message to learn more

02/02/2022

Oromoon aadaa qaba, safuu qaba, seeras qaba. Maarree garaagartee siyaasaa Oromoo jiddutti mudate kana furuuf eenyummaa ganamaa Oromoon qabutti deebi'uun maalif dadhabame?

Send a message to learn more

Address

Jimma

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gadaa Daily News posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share