Kebar Teshome

Kebar Teshome 𝐌𝐨𝐦❀️
πŸ‡¦β€ŒπŸ‡·β€ŒπŸ‡Έβ€ŒπŸ‡ͺβ€ŒπŸ‡³β€ŒπŸ‡¦β€ŒπŸ‡±β€ŒπŸ€

Dulaa nu fiiladhaa ABO.Guyyaa ar'aa  Magaalaa Finfinnee naannoo Masqal Addabaabayiitti osoon walk godhaa jiruu, Alaabaa ...
23/05/2026

Dulaa nu fiiladhaa ABO.
Guyyaa ar'aa Magaalaa Finfinnee naannoo Masqal Addabaabayiitti osoon walk godhaa jiruu, Alaabaa dur Lubbuun Oromoo kumaatamni Itti wareegamen arge!! guyyaaf seenaan sun hundi darbee ar'a akkasitti Alaabaan kun Magaalaa Finfinnee Keessa mirmirfamu yeroon argu baayyeen gammade. Bilisummaan Alaabaa kanaa akka salphaatti hin dhufne, Lubbuu qaaliwwanii heddutuu itti wareegame. Mirga arganne kana tifkachuun dirqama hunda keenyaati.🫑

04/02/2026

αŠ₯αŠ•αŠ³αŠ• ለαŒ₯αˆα‰€α‰΅ α‰ α‹“αˆ α‰ αˆ°αˆ‹αˆ αŠ α‹°αˆ¨αˆ³α‰½αˆ αŠ α‹°αˆ¨αˆ°αŠ• Baga Jala Bultii ayyaana cuphaadhan isin ga'ee πŸ™πŸ’₯
18/01/2026

αŠ₯αŠ•αŠ³αŠ• ለαŒ₯αˆα‰€α‰΅ α‰ α‹“αˆ α‰ αˆ°αˆ‹αˆ αŠ α‹°αˆ¨αˆ³α‰½αˆ αŠ α‹°αˆ¨αˆ°αŠ•
Baga Jala Bultii ayyaana cuphaadhan isin ga'ee πŸ™πŸ’₯

Address

Ajip
Jimma

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kebar Teshome posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share