Shafi Mohammednur

Shafi Mohammednur Follow
Gaafa Dhiirri alaa galu
Nooruuf Barcuma laatu
Ilmi dhiiraa qaaliidha
Dalgeen isaaf hin taatu

01/03/2025

Diin Islaamaa Waa hunda Namaaf

Laaffisa jedhan
Salawaata buusi SAW ο·Ί

14/02/2025
31/10/2024

The power of dream!
πŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺ
I HAVE A DREAM!

Ashaaraa keenya kaawwanneerra.Dirqama lammummaa keenyaas bahanneerra.πŸ™SShafi Abba Olii🌱🌱🌱🌱🌱
23/08/2024

Ashaaraa keenya kaawwanneerra.
Dirqama lammummaa keenyaas bahanneerra.πŸ™
SShafi Abba Olii🌱🌱🌱🌱🌱

πŸ₯‡πŸ₯‡πŸ₯‡πŸ₯‡πŸ₯‡πŸ₯‡πŸ₯‡πŸ₯‡πŸ₯‡πŸ₯‡πŸ₯‡πŸ₯‡πŸ₯‡ Turees ta'u goota gaafa xiiqii baga nuuf moo'tte jechuun koo dirqama.Sanyii Gootaa baga warqiin nuu miidha...
10/08/2024

πŸ₯‡πŸ₯‡πŸ₯‡πŸ₯‡πŸ₯‡πŸ₯‡πŸ₯‡πŸ₯‡πŸ₯‡πŸ₯‡πŸ₯‡πŸ₯‡πŸ₯‡

Turees ta'u goota gaafa xiiqii baga nuuf moo'tte jechuun koo dirqama.
Sanyii Gootaa baga warqiin nuu miidhagde
Riikardii olompikiis baga harkatti galfatte.

Zaakii Mahamud !Baga Guyyaa kana geesse!Guyyaa Eebba keetiinis nu haa ga'u.
07/06/2024

Zaakii Mahamud
!
Baga Guyyaa kana geesse!
Guyyaa Eebba keetiinis nu haa ga'u.

  Raawwii Hojii Paartii fi Mootummaa qoratamaa jira.***Ebila 8/2016Godina Jimmaa, Aanaa Cooraa Botoritti Gamaaggamni raa...
16/04/2024

Raawwii Hojii Paartii fi Mootummaa qoratamaa jira.
***
Ebila 8/2016
Godina Jimmaa, Aanaa Cooraa Botoritti Gamaaggamni raawwiin hojii Paartii fi Mootummaa Baatiiwwan saddeeti hoggansa Aanaa, hoggansa gandaa fi qooda fudhattoota waliin bakka koreen qindeesituu Aanaa argamanitti sadarkaa aanaatti gaggeeffamaa jira.

Itti gaafatamaam waajjira Paartii badhaadhinaa Obbo Zubeer Shifaa fi I/A bulchaa Obbo Warquu Silashii haasawaa baniinsaa taasisaniin baatiiwwan salgan darbanitti hojiin paartii fi mootummaa hojjetamaa toreen hojiiwwan boonsaa ta'an hedduun milkaa'ina qabaachuun gara fuulduraatti deemaa jiraachuu ibsuun,

Ijaaramni sadarkaan jiru hunduu Milkaa'ina argame galtee godhachuun marshii jijjiiruun jijjiirama eegalme ittifufsiisuun murteessaadha jedhan

Yeroo ammaa kanas duubdeebiin gabaasa raawwii hojii baatii saddeeti karaa I/A waajjira bulchiisaa Obbo Duribaa Mokoneniin dhiyaataa jira.
Paartii Badhaadhinaa Cooraa Botor
Mansuur Faaris Abbaa Waarrii

  Akkuma jedhaa turre,  godhamuun galii taateetti jedhanQabi Irratti.
13/04/2024


Akkuma jedhaa turre,
godhamuun galii taateetti jedhan

Qabi Irratti.

09/04/2024

Ayyaana eid al-faxiri hijraa waggaa 1445ffaadhaan baga ittiin siin gahee.
Ayyaanni kun
kan jaalala
kan gammachuu
kan milkii
kan badhaadhinaa
kan quufaa siinif haa ta'u siif maatii kee waliin
============
αŠ₯αŠ•αŠ³αŠ• ለ1445αŠ›α‹ αˆ‚αŒ…αˆ« αŠ’α‹΅ αŠ αˆα‹αŒ’αˆͺ α‰ αˆ°αˆ‹αˆ αŠ α‹°αˆ¨αˆ³α‰½αˆα’
α‹­αˆ… α‰ α‹“αˆ α‹¨αα‰…αˆ­
α‹¨α‹°αˆ΅α‰³
α‹¨αˆ΅αŠ¬α‰΅ αŠ₯αŠ“
የα‰₯αˆαŒ½αŒαŠ“ ለαŠ₯αˆ­αˆ΅α‹Ž αŠ₯αŠ“ αˆˆα‰€α‰°αˆ°α‰₯α‹Ž α‹¨αˆšα‹«αˆ¨αŠ« α‹­αˆαŠ•αˆ‹α‰½α‹α’
Shafi Abba Olii
Mansuur Faaris Abbaa Waarrii
Shamoo
Ahimed Taju

Address

Jimma

Telephone

+251917413020

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Shafi Mohammednur posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Shafi Mohammednur:

Share