Abbaa Tamaam Laaloo

Abbaa Tamaam Laaloo Official page of Abbaa Tamaam Laaloo

Rabbi siwaliin haa ta’u🙏dhukkubakee sirraa fuudhee fayyinakee nu haa dhageessisu
18/12/2025

Rabbi siwaliin haa ta’u🙏
dhukkubakee sirraa fuudhee fayyinakee nu haa dhageessisu

Dhimma Visa Dhirotaa (United Arab Emirates)Ijoolleen dhiirota hedduun akka guutuu biyyattiitti batii October irraa eegal...
18/12/2025

Dhimma Visa Dhirotaa (United Arab Emirates)

Ijoolleen dhiirota hedduun akka guutuu biyyattiitti batii October irraa eegalee bayyeen isaanii Bolee keessa of duubatti deebifamaa turan.

Maaliif?

Namoonni kumaatamaan lakkaa’aman Senanii hojjachaa jiru, bayyeen isaaniis kasaraa keessa seenaniiru. Garuu sababni guddaan rakkoo kanaa visa isaanii dhugaa miti; edit godhamee (sobaa) ta’uu isaa dha.

Namoota hedduutti, ergaan kennamee ture: “Visa keessan sirrii dha, hojiif deemaa jirtu; deemaa COC/Siyoosii baradhaa, kotaa” jedhamee. Kanaafuu, namoonni baay’een Siyoosii isaanii qarshii baay’ee baasan bitanii, medical seenuu, waan harka isaanii qabatanii imalaaf qophaa’anii turan. Dubbin akkas mitii QR Dirqama

Garuu dhumarratti, dhugaan ifa ta’e: Visa kaffalanii Ethiopia keessatti system irraa guutanii QR code’n deemuun hin danda’amu. Sababa kanaan namoonni gariin isaanii daangaa irraa deebifamaa turan.

Guyyaa muraasa booda ammoo waa’ee kana dhaga’aa turre; namoota sana keessaa hedduun Rabbiin isaan argachiisee, dalagaa isaanii Alhamdulillah sirnaan itti fufaniiru.

Kanaafuu, shira qotuun, sobanii fakkeessuun, nama mootummaa fakkaachuun karaa ofii fayyadamuun namoota akkasii balaa gudda

Mamaksa Oromo Nyadheen Quufaa Utuu jettuu Hudhamtee duuti jedhee
Umata kenyaa Nyaachhuuf jettee Nyatamtee

Oduu dinqii 🙈Pirezidaantiin Kooriyaa Kaabaa Kim yaadannoo waggaa 10ffaa du°a abbaa isaa kabajuuf lammileen biyyattii guy...
18/12/2025

Oduu dinqii 🙈
Pirezidaantiin Kooriyaa Kaabaa Kim yaadannoo waggaa 10ffaa du°a abbaa isaa kabajuuf lammileen biyyattii guyyaa 10f akka hin kolfine ajaje 🥺

Namni osoo kolfuu qabame murtii du°aa itti murtaa'a jedhe. 🤣
Kim yeroo maraa seeronni isaa na kolfsiisa.

Seeroota isaa keessaa kamtu isinitti tola❓🙈

26/11/2025

diyaaspooraadha jettee waa na kadhachuufii???

26/11/2025

diyaaspooradha jettee waa na kadhachuufi

25/11/2025

Ana daaspooraa

04/11/2025

Imala Dubai

04/11/2025

Qe'ee koo amaanaa abbaa saambii

04/11/2025

Boottiidhaa qobaatti tikkeettiin xiyyaaraa murameera imala Dubai

24/10/2025

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Uzeefii Awwal Huseen, Elias Sheasirar, Mahammad Kadir, Abdoo Kadir, Kedire Ahmed, Kaamil Gazali Kadir, Abdulkariim Jihad

18/10/2025

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Muje Man, Raamatallaa Rabirraa, Saadi Tamama, Gaalib Sharif

Address

Jimma

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abbaa Tamaam Laaloo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category