Qubeen Quba Kooti

Qubeen Quba Kooti Sababni fuula kana banuun nu barbbaachiseef inni guddaan sirreeffama "QUBEE" Akka ta'e beekaa.

19/02/2023

Walisoo koo
09/02/2023

Walisoo koo

Ilaali Walisoo!

Qe’ee warra Liiban
Qe’ee Garasuu Dhukii
Qe’ee Baalchaa Saafoo
Qe’ee Baqqalaa Bantii
Qe’ee Giddii Ilaansoo
Qe’ee Xilaahun Gassasee…

Namni manatti hafe waan jiru hin fakkaatu! Kana xiiqiin!

Adii uffanneeAdii dubbanna
08/02/2023

Adii uffannee
Adii dubbanna

23/01/2023

Barachuun beekuu hin ibsu
Beekun garuu barachuu ibsa

27/11/2022

Qubeen Kee quba Kee akka ta'e beeki !

Yaa waaq ati kanas inuma agartaamii !!
09/07/2022

Yaa waaq ati kanas inuma agartaamii !!

Eid Mubarak
09/07/2022

Eid Mubarak

25/04/2022

Baga Geessan.

Eessa akka naan hin jenne garuu😁

02/12/2020

Maalif dagatamee?

22/10/2020

Qubeen quba keenya ta'uu shakkitan moo akkam callistanii

Address

Jimma

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Qubeen Quba Kooti posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share