
11/05/2025
Guyyaa Hadhaa Deeggarsa ijaarsa Masjiida Salaam Kan Godina Jimmaa Aanaa Saqqaa Coqorsaa Keessatti Hojjatamaa jiru irrtti Ummanni Magaalaa Imaamooni Manguddoowwan Qeerroowwan Masjiida Garaa garaa irraa Haala Ho'aa ta'een erratti Argamaniiru Hundumti Keessanuu Maqaa Rabbiitiin isin galateeffanna Masjiidni keenyas Giidoo Rabbiitiin ni ijaarama Obboleewwan Muslimaa Kan biyya keessaaf Alaa Deeggarsaan Akka Nu bira dhaabbattan Maqaa Rabbiitiin isin gaafanna.
👉CBE(Baankii Daldala Itoophiyaa)
1000621952106
👉 Abisiniya
185255018
👉Baankii waldaa hojiigamtaa oromiyaa
1050000220001
👉Baankii Awaash 014251333940400 kana Fayyadamuun Deegarsa akka gootanu Maqaa Rabbiitiin isin gaafanna.
©️Koree Ijaarsa Masjiidaa irraa
ዛሬ በጅማ ዞን በስቃ ጮቆርሳ ወርዳ የሰላም መስጂድ ግንባታ መጀመሩን ተከትሎ የስቃ ኢማሞች ታላላቆች ወጣቶች እንዲሁም ህጻናት ሳይቀሩ በጉለባትም ሆን በገንዘብ ከመስጂዱ ጐን እንዳሆኑ በማሳይታችው እናመስግናለን. እናሆ በሃገር ውስጥም ሆን በውጭ ያላቹ ከመስጂዱ ጐን እንደትሆኑ በአላህ ስም እንጥዪቃልን.
መስጂዱን መረዳት የምትፈለጉ ከታች ባለው ባንኮች መጥቅም ይቺላሉ
👉CBE(Baankii Daldala Itoophiyaa)
1000621952106
👉Abisiniya
185255018
👉 Baankii waldaa hojiigamtaa oromiyaa
1050000220001
👉Baankii Awaash 014251333940400
ከመስጂድ ግንባታ ኮሚቴ