Walaloo Copha Sammu

Walaloo Copha Sammu Baga nagaan gara page kana dhufta yaada dabalata yoo qabattan kara lakkofsa bilbilaa +251918891038 na qunnama galatooma

29/10/2025

Hordoftoota koo haaraadhaaf haamilee! Toora irratti isin qabaachuu koof gammachuu guddaatu ​​natti dhaga'ama! Tadesse Lammessa, Abduraman Ahmed Coomaa, Yemane Gama Dulo, Mahmud Huseen Baalee, Awel Kalifa, Adam Amola, Abdusalam Mahammad, Ashrafuu Adem, Amalee Tolinaa, Magarsaa Xaafaa, Gadaa Namoomsaa, Daraje Kafala, Lati Gemechu, Bayessa Gucha, Taroo Wakene, Nafyad S Chala, Mu'aaz Oromoo, Reha Zeleke, Lemi Keno, Boss Mulee Koo, Lamesa Abdisa, Ararso Aadam, Isiraa'el Iyyaasu NM, Eshe Man, Àɓushaa Aɓushaa, Kumala Niguse, Bilise Mangesh, Yoomiif Dhinsaa Dabaloo, Boneya Gemede, Daniel Tesfaye, Ahmed Abala, Ashetu Tsagaye, Mîîmmīì Tæråqēñy, Sanyi Biyya Biyya, Hassan Aliyyii Ahimad, Takile W. Waktola, U Je, Uzefa Abdurrahim, Oliinuuf Dabalaa Gurmeessaa, Tsion Gudisa, Kume Mamo, Adisu Bayissa, Nabiloo Aliyyi, Merga T Debelo, Waanofii Gaddafaa, Dereje Gemeda Dibaba, Nagele Jilo JD, Merry Fkr, Sagni Fufaa, Huseen Gaaddisaa Gurmessa

29/10/2025

Kabajamtoota hordoftoota koo namoonni telegiraami qabda toora telegraami irraan nu hordofuuf liinkii
https://t.me/Firii_Sammuu jedhu kana tuqaati seenati join godhaati nus jajjabeessa Walaloos garaagaraas dubbisaa ittiin bohaara

Woliif share godhaa
https://t.me/Firii_Sammuu

30/10/2022

Inni ati har'a bokoktee
Horiikeen of dhaaddu
Humna maallaqakeetiin
Taayitaatti of saaddu
~
Dafqa hiyyeessaa tuultee
Inni dhiibdee irra teessu
Gulantaa barbaadderra
Inni ofiikeen of keessu
~
Siif hin galleefi malee
Hiikkaan biyya lafaa
Ati dhiistee godaanta
Dilbiinkee lafatti hafa
~
Ati waan hunda qabduuf
Duutikees hin haalamu
Qabeenyikee har'aammoo
Si faana hin awwaalamu
~
Garaan nyaatee quufee
Golli kee ta'eef guutuu
Boollumatti awwaalamta
Namarraa adda hin duutu❗️

 'u💙💖💝💜💓💕💞Barri haaran kun kan milka'inaKan jaalala fi miidhaginaaKan gammachuu fi badhaadhinaKan hojii gaari fi guddina...
09/09/2020

'u
💙💖💝💜💓💕💞
Barri haaran kun kan milka'ina
Kan jaalala fi miidhaginaa
Kan gammachuu fi badhaadhina
Kan hojii gaari fi guddinaa
💚
Kan waan gaari itti argattan
Kan itti bashannantan
Kan itti bohaartan
Kan itti waan gaari woliif yaaddan
Kan itti woliin tabba baatan
Bara itti waan hundaan milkooftan
💔🎓👑💕
Isiniif❤Ha-Ta'u💖✔

Telegram irratti Walaloo Firii Sammuu yo jettan nu argattuLiinkin keenyas  jedha Carra gaari
07/06/2020

Telegram irratti
Walaloo Firii Sammuu yo jettan nu argattu
Liinkin keenyas jedha
Carra gaari

29/04/2020


================
Walaloo ko yaa copha sammuu
Yaa'insi ke hin dhumuu
Mi'ayinni kankees hin quufamu
Mi'ooftu akka damma daamu
~~~~~~~~~~~~~~~~
Sammu keessa kan maddite
Yoo feete utaalte weeddifte
Feetus buhaarsite gammachifte
Akkasin qalbi nama boojite
~~~~~~~~~~~~
Hundi keessanu-
kotta gara kanatti
Yoo feetan gammachuf bohaarti
Hin irranfatina layikifi koomenti
Sheeri gochuunis-
ha qaqqabsiisnu hundatti
========//===========

21/04/2020

Akkam jirtu hundi keessan haaran kan jedhu isiniif banameera
Walaloowwa mimmi'awo sammu keessa cophe argachuuf godha gochuus hin irrabfatina hiriyoota keessaniifis godha naaf jiraadha galatooma💙💙💜💜💛💛💚💚
❤❤❤❤❤❤❤❤❤

Address

Muhee
Jimma
EMMI

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Walaloo Copha Sammu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Walaloo Copha Sammu:

Share

Category